QARSHII QUSACHUU NYAATA QULQUULLU · Qilleensa hin seenu hin ba’u Ilbiisoonni ni du'u...

Preview:

Citation preview

GOSOOTA QANQALLOO MIDHAANI HAMMAYYAA

AKK

AAT

AA

HO

JII

IRRA

ITTI

OLU

U

Midhaan osoo mana kusaatti hin galchiin duratti sirriitti gogsi

Midhaan Daana’oo � bixamni akka hin jirree mirkanneessi

Qanqalloo midhaani gubbaa � keessa siritti hidhaa

Haantuutootaaf halli mijaawaa akk hin umamne, mana kusaa midhaani qulqulleessa

Qanqalloo midhaani haraan akka Hantuutaan hin nyaatamne, utuubaa manaa irratti fannisaa

Qilleensa hin seenu hin ba’u

Ilbiisoonni ni du'u

Summiin Sama iirra umamu hin jiru

QANQALLOO MIDHAANI BARATAMEE

QARSHII QUSACHUU

NYAATA QULQUULLU

Farra ilbisoota fayadamu hin barbaachiisne

Midhaan summi sama irraa umamu irraa eegu

Qanqalloo midhaani hammayyaa garaa keessaaQilleensi

gonkuumaa hin seenuu

UKKAAMAMAA(HERMETIC)

QANQALLOO MIDHAANI