15
Ministeera Bishaani Jal’isii fi Anniisaa Pirojektii BSQ Saffisaa fi Hawwaasaan Durfamu (BSQ-SHD) Dubartoota Aangessuu Pirojektii BSQ-SHD Keessatti Amajjii Bara 2011 ALI Fakkii Markabuu Shifarraan Qophaa'e

Fakkii Markabuu Shifarraan Qophaa'e Dubartoota Aangessuu ... · Pirojektii BSQ-SHD Gabaabinaan Pirojektiin BSQ-SHDn waliigaltee gargaarsaa mootummaa Fiinlaandiii fi mootummaa Itiyoophiyaan

  • Upload
    others

  • View
    5

  • Download
    0

Embed Size (px)

Citation preview

Page 1: Fakkii Markabuu Shifarraan Qophaa'e Dubartoota Aangessuu ... · Pirojektii BSQ-SHD Gabaabinaan Pirojektiin BSQ-SHDn waliigaltee gargaarsaa mootummaa Fiinlaandiii fi mootummaa Itiyoophiyaan

Ministeera Bishaani Jal’isii fi AnniisaaPirojektii BSQ Saffisaa fi Hawwaasaan Durfamu (BSQ-SHD)

Dubartoota Aangessuu Pirojektii BSQ-SHD Keessatti

Amajjii Bara 2011 ALI

Fakkii Markabuu Shifarraan Qophaa'e

Page 2: Fakkii Markabuu Shifarraan Qophaa'e Dubartoota Aangessuu ... · Pirojektii BSQ-SHD Gabaabinaan Pirojektiin BSQ-SHDn waliigaltee gargaarsaa mootummaa Fiinlaandiii fi mootummaa Itiyoophiyaan

Hojiiwwan Pirojektii BSQ-SHD Hojjetaman, Mootummaa Naannoo Saba, Sablamootaa fi Uummatoota Kibbaa (MNSSUK), Malaakuu T.

Page 3: Fakkii Markabuu Shifarraan Qophaa'e Dubartoota Aangessuu ... · Pirojektii BSQ-SHD Gabaabinaan Pirojektiin BSQ-SHDn waliigaltee gargaarsaa mootummaa Fiinlaandiii fi mootummaa Itiyoophiyaan

Pirojektii BSQ-SHD GabaabinaanPirojektiin BSQ-SHDn waliigaltee gargaarsaa mootummaaFiinlaandiii fi mootummaa Itiyoophiyaan kan deggeramuu fikallatiidhaan waliinga’iinsa fooyya’iinsa tajaajila bishaandhugaatii, saaniteeshinii fi qulqullina naannoo fi dhuunfaa(BSQ) keessatti gumaacha kan taasisuu dha. Bara 2005irraa eegalee marsaa sadiin qoodamee raawwataa tureera.

Yeroo ammaa, pirojektiin kun aanaalee 76 mootummaa naannoo 5keessatti argaman keessatti hojii irra oolaa jira. Pirojektiin kundhaabilee miti-mootummaa fi qooda fudhatoota sektera BSQkeessatti hirmaatanii hundaa waliin ni hojjeta.

Marsaa Duraa

(Adool. 2004- Fulb.2006)

Marsaa Lamaffaa

(Onk. 2006 – Adool. 2008)

Marsaa Sadaffaa

(Hag. 2008 – Wax. 2011)

Page 4: Fakkii Markabuu Shifarraan Qophaa'e Dubartoota Aangessuu ... · Pirojektii BSQ-SHD Gabaabinaan Pirojektiin BSQ-SHDn waliigaltee gargaarsaa mootummaa Fiinlaandiii fi mootummaa Itiyoophiyaan

Tarsiimoon raawwiipirojektiii BSQ-SHD adeemsa PirojektiiHawwaasaanHogganamuu(PHH) dha.

Innis amala-addaa(Unique Feature) kanati aaneemul’atu qaba.

Bittaa meeshaalee ijaarsaa dabalateeaangoo Maallaqa ijaarsaa fi pirojekticha

bulchuu hawwaasa bakka bu’eehojjetuuti gara koree BSQ ti dabarsa

Tooftaa raawwii salphaa fi mijataa qaba. Imaamata fi qajeelfama raawwii hojiiifaa ta’e ijaarsa dandeettii bal’aa ta’e

wajjin waan diriirfameef

Sababa hawwaasni keessatti hirmaatuuu fiakka qabeenya isaatiiti waan ilaaluuf

buufataleen ijaaraman tajaajila wal-irra hincinnee fi bara dheeraa kennu.

Page 5: Fakkii Markabuu Shifarraan Qophaa'e Dubartoota Aangessuu ... · Pirojektii BSQ-SHD Gabaabinaan Pirojektiin BSQ-SHDn waliigaltee gargaarsaa mootummaa Fiinlaandiii fi mootummaa Itiyoophiyaan

Buufata Bishaan Dhugaatii BSQ-SHDn Ijaarame Irraa Yeroo Hawwaasichi bishaan waraabatu, Bishaan Boollaa Paampii Harkaa Qabu,

Mootummaa Naannoo Tigraayi (MNST), Malaakuu T.

Page 6: Fakkii Markabuu Shifarraan Qophaa'e Dubartoota Aangessuu ... · Pirojektii BSQ-SHD Gabaabinaan Pirojektiin BSQ-SHDn waliigaltee gargaarsaa mootummaa Fiinlaandiii fi mootummaa Itiyoophiyaan

BSQ Keessatti DubartootaafXiyyefannaan maaliif kennamee?

Bishaan waraabuunhojii ijoo dubartootaafi dubaraa waan ta’eef

keessummaa yeroolafa fagoo irraa

waraabamumiidhaamina isaa

olaanaa dha

Yeroo fi humni bishaanwaraabuu irratti gubatu

ykn ba’u gara hojiibu’aa olaanaa qabuu fi

dandeettii ofiiguddifachuu irra ooluuu

danda’a.

Bishaani baataniikaraa dheeraa

guyyaa-guyyaatideddeebi’uunmiidhamaa fidhukkubaaf

saaxilamuu danda’u.

Bishaan waraabamega’aa fi qulqulluu

ta’u dhiisuu danda’a

Dubarri laguuqabu taanaan

mana barumsairraa hafuudanda’u

Yeroo laguu, ulfaa fida’umsaa

dubartootnimiidhaamaa fi

dhukkubsachuudanda’u

Mana fincaaniiguyyaa-guyyaadhaquu sodaaxiqqeessanii

nyaatu dhugu.

Tajaajilasaniteeshinii

dhabuundubartootaa fi

shamarran kalattiihedduun ni

miidha.

Hanga dhi’eedukkanaa’uti

mana fincaaniiwaan hin

deemineefdhukkubaafsaaxilamuudanda’u

Page 7: Fakkii Markabuu Shifarraan Qophaa'e Dubartoota Aangessuu ... · Pirojektii BSQ-SHD Gabaabinaan Pirojektiin BSQ-SHDn waliigaltee gargaarsaa mootummaa Fiinlaandiii fi mootummaa Itiyoophiyaan

Dubartootni Itiyoophiyaa Yeroo Bishaan Waraabaniti Rakkina Isaan Irra Ga'u, Mootummaa Naannoo Amhaaraa, Malaakuu T.

Page 8: Fakkii Markabuu Shifarraan Qophaa'e Dubartoota Aangessuu ... · Pirojektii BSQ-SHD Gabaabinaan Pirojektiin BSQ-SHDn waliigaltee gargaarsaa mootummaa Fiinlaandiii fi mootummaa Itiyoophiyaan

Hiika Dubartoota Aangessuu“Aangessuu jechuun filannoo baay’ee akka qabaatan fi filannoo qaban gara hawwiiisaaniti akka jijiiruu danda’aniif tartiiba hojii dandeetii guddisuu dha.” BaankiiAdunyaa

“Aangessuu jechuun tartiiba hojii dubartootni jireenya isaanii irratti mirgamurteessuu akka argatani fi dandeetii filannoo tarsiima’aa akka godhani dha.”Dhaabata Walqixxummaa Korniyaa Awuroopaa

Dubartoota aangessuu Dhaabanni Mootumoota Gamtoomanii akka kanaan gadiitihiika.

“Miira dubartootni gatii qaba (Self-worth), mirga filannoo qabaachuu fi murteessuu,mirga carraa fi qabeenyaa ti fayyadamuu, mana keessattis ta’e alati mirga jiruu fijireenya isaani irratti murteessuu, fi sadarkaa biyyaattis ta’e adunyaati sirnahawwaas-dinagdee walqixxummaan keessatti mirkanaa’e fiduuf kallattii jijiiramahawwaasummaa to’achuuf dandeetii kan qaban.”

Page 9: Fakkii Markabuu Shifarraan Qophaa'e Dubartoota Aangessuu ... · Pirojektii BSQ-SHD Gabaabinaan Pirojektiin BSQ-SHDn waliigaltee gargaarsaa mootummaa Fiinlaandiii fi mootummaa Itiyoophiyaan

Tajaajila akkaargatan aangessuu

Hawwaasummaa fiAadaan Aangessuu

SiyaasaanAangessuu

DinagdeenAangessuu

• Tajaajila bishaandhugaatii argachuu

• Tajaajila saaniteeshiniiargachuu

• Yeroo laguuf tajaajilabarbaachisu argachuu

• Waldhabii mana keessaani xiqqeessa

• Dirqiin gudeeduu nixiqqeessa

• Dhukkuba tajaajilabishaan dhugaatii dhabuuirraan kan dhufan nixiqqeessa

• Mirga dubbachuu• Dandeetii Dubbachuu• Gaaffiin mirga

dubartoota fudhatamaargachuu

• Murtoo laachuu keessattihirmaannaandubartootaa ni dabala.

• Tajaajila odeefannooargachuun ni dabala

• Beekumsa fi ragaa irrattihunda’an murtoo laachuuni dabala.

• Tajaajila gabaa, eegumsafayyaa fi barnootaargachuu ni dabala

• Sagalee dubartootaawarra sagalee hinqabneef

• Mirga filatamuu fifiluu qabaachuu

• Madda galii uumuu• Qabeenyaa fi carraa

jiruti mirgafayyadamuu fitoa’achuu qabaachuu

• Mirga dubbachuufayyadamuun barcumamootummaa argachuufhirmaannaan dubartootni filannookeessatti qaban nidabala

• Tajaajila liqiiargachuun ni dabala

• Ogummaa ykndandeetii gabaakeessatti dorgomuuni dabala

Page 10: Fakkii Markabuu Shifarraan Qophaa'e Dubartoota Aangessuu ... · Pirojektii BSQ-SHD Gabaabinaan Pirojektiin BSQ-SHDn waliigaltee gargaarsaa mootummaa Fiinlaandiii fi mootummaa Itiyoophiyaan

Dubartoota Aangessuuf Bakka Ka’umsaa 17 kan BSQ- SHDTa

rsiim

oo

Fayy

adam

ne

Tajaajila Akka ArgatanTaasisuu

Hawwaasummaa fiAadaan Aangessuu

SiyaasaanAangessuu

DinagdeenAangessuu

Garee Deggertootasadarkaa naannookeessatti hojjetaayeroo guutuu qacaruuykn fokaal personiifilachuu

Qajeelfama leenjiiqopheessuu fi hiruu

Hordoffii, gamaagamaa figabaasaaf ragaasaalaan adda ba’efayyadamu u

Koree BSQ ykngurmaa’ina hawwaasagiddu jiranii fi raawwiigaarii qabanbadhaasuu

Dandeetii ogeessa sadarkaaaanaa fi miseensota BSQ gandaa cimsuu

Tajaajila saniteeshinii akkaijaaratani fi fayyadaman saalalamaanuu irratti xiyyeefatamebarnoota qulqullina naannoo fidhuunfaa

Tajaajila BSQ fooyya’aa irraaabbaa warraa harka qalleyyinakka fayyadamuu danda’aniifhawwaasa bal’aa dadamaqsuu

Tajaajila BSQ manneenbarnootaa keessatti argamuseeraan akka fayyadamanii fiyeroo laguu qulqullina isaaniieegachuu akka danda’an gumiiBSQ fi gumii shamarraniijajabeessuu

Ogeessa BSQ fi hawwaasafayyadamaa irrattixiyyeefachuun dandeetiicimsuu

Abba warraa qoodaman(marginalized) tajaajilaargachuu isaaniimirkaneefachuuf fedhiindubartoota aangessuu akkauumamu taasisuu.

Hojii koorniyaa sektera BSQ keessatti diriirsuuf hariiroo(partnership), waliinhojjechuu (Networking) fibabal’isuu (advocacy) kanidilees ta’e kan al-idileecimsuu

Qorannoo addaa addaa kanqaama miidhamtoota fidubartoota giddugaleessagodhate geggeessuu fitamsaasuu

Kootaa miseensummaakoree BSQ dubaertootaafkenname qofaa osoohin taanee dura-taa’aata’anii akka hojjetanjajjabeessuu .

Dubartoota garageggeesummaati ol-fiduuf leenjigeggeesummaa hangasadarkaa koree BSQ tigadi buusuu

Walgahii hawwaasaadhimmaa BSQ irrattigeggeefamu bakka fiyeroo isaa dubartootaafmijataa taasisuu.

Tajaajila BSQ keessattidhiiiraa fi dubartootniwalqixa hirmaachisuuyaada fi beekumsasaala lamaanuufudhachuu

Hojiiwwan bu’aqabeessa ta’an(productive) warra dhiiraandhuundfatameejiru keessattiwarridubartootaaakka hojjechuudanda’anitihaala mijataauumuu.

Page 11: Fakkii Markabuu Shifarraan Qophaa'e Dubartoota Aangessuu ... · Pirojektii BSQ-SHD Gabaabinaan Pirojektiin BSQ-SHDn waliigaltee gargaarsaa mootummaa Fiinlaandiii fi mootummaa Itiyoophiyaan

Bu’aa Argamuu fi Agarsiistuu isaa. Bu’aa Yeroo-dheeraa: Hojii BSQ addaa-addaa raawwatuun hirmaannaa fi fayyadamummaan dubartootaani mirkanaa’aa.

Bu’a Yeroo-gabaabaa 1: ga’ee dubartootni geggeesummaa koree BSQ keessatti qaban ni dabala

Bu’aa Yeroo-gabaabaa 2: Dhaabilee tajaajila addaa addaa BSQ keessatti hirmaatanii fi dubartootaangeggeefaman ni gurmaa’u

Bu’aa Yeroo-gabaabaa 3: BSQ karoorsuu fi hojii irra oolchuu dandeetiin qooda-fudhatootaa korniyaaidileessuu fi qaama miidhamtoota fayyadamoo gochuu ni dabala

Agarsiistuu Raawwii Ittiin Hordofan

• Koree BSQ pirojektii BSQ-SHD keessatti hirmaannaa dubartootaa %dhaan

• % Dubartootni ga’ee geeggeesummaa ijoo (Dura-taa’aa/ ssuu, Barreessaa/ ituu, fi Qarshi Qabduu) koreeBSQ keessatti argatan

•% koreewwan BSQ ga’een geggeesummaa hundi dubartoota ta’e

•% intarpiraayizoota dubartootaan durfamanii fi %40n dubartoota ta’e

•% Bakka geggeesummaa ijoo intarpiraayizoonni BSQ keessatti qooda-fudhatanii fi deggersa pirojektiiBSQ-SHDn hundeefaman qaban keessaa kan dubartootaan qabame

• % intarpiraayizoota dubartootaan geggeefaman aanaalee pirojektichaa keessatti argaman keessaa kanbu’aa qaban

• % dubartoota leenji ijaarsa dandeetii irratti hirmaatan ykn argatan

• Baay’ina namoota leenjii korniyaa idileessuu fi hirmaannaa fi fayyadamummaa qaama-miidhamtootaa.

Page 12: Fakkii Markabuu Shifarraan Qophaa'e Dubartoota Aangessuu ... · Pirojektii BSQ-SHD Gabaabinaan Pirojektiin BSQ-SHDn waliigaltee gargaarsaa mootummaa Fiinlaandiii fi mootummaa Itiyoophiyaan

Sagantaa Ijaarsa Dandeettii, Finfinnee, Mootummaa Naannoo Beniishaangul Gumuzi, Malaakuu T.

Page 13: Fakkii Markabuu Shifarraan Qophaa'e Dubartoota Aangessuu ... · Pirojektii BSQ-SHD Gabaabinaan Pirojektiin BSQ-SHDn waliigaltee gargaarsaa mootummaa Fiinlaandiii fi mootummaa Itiyoophiyaan

Hojii Gara Fuula-duraaJiruu fi jireenya dubartootaa fooyyesuuf qooda fudhatootni sektera BSQ keessatti hojjetaniifi sadarkaa hundumaa irratti argaman dhimma dubartoota aangessuu irratti harkawalqabatanii hojjechuu akka qaban yaada dhiyeesina. Qooda-fudhatootni kunneendhimmoota kanaan gaditi mul’atan irratti yoo hojjetan filatamaa dha.• Dubartootaa fi shamarran aangessuuf humna namaa, maallaqa, fi meeshaalee waliti

qindeessuu• Hojii haala qabatamaa irratti hundaa’e raawwachuuf haala amma jiru qorachuu• Tooftaalee fi kallattii addaa addaa fayyadamuun beekumsaa fi muuxannoo dubartoota fi

shamarran aangessuuf gargaaran waliif qooduu• Dubartootaa fi shamarran aangessuuf muuxannoo gaarii fi tarsimoo fooyya’aa ta’anbabal’isuu

• Dubartootni fi shamarran baadiyyaa rakkoo isaan quunnamu hiikachuu akka danda’anii fimirga isaaniif dubbachuu akka danda’an waltajii mijataa uumuu.

Qooda fudhatootni sektera BSQ hundi dhaadannoo “Dubartoota aangessuun hawwaasabal’aa aangessuu dha” jedhu ol-kaasanii akka dhageesisan Pirojektiin BSQ-SHDn waamichaisaa dhiyeessa.

Pirojektiin BSQ-SHDn deggersa mootummaa federaalaa, mootummaan naannoo fiEmbaasiin mootumaa Finlaandi taasiseef hedduu galatoomfata.

Page 14: Fakkii Markabuu Shifarraan Qophaa'e Dubartoota Aangessuu ... · Pirojektii BSQ-SHD Gabaabinaan Pirojektiin BSQ-SHDn waliigaltee gargaarsaa mootummaa Fiinlaandiii fi mootummaa Itiyoophiyaan

Mana Fincaanii Fooyya'aa Keellaa Fayyaa fi Mana Barumsaaf Ijaarame, Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Bantii E.

Page 15: Fakkii Markabuu Shifarraan Qophaa'e Dubartoota Aangessuu ... · Pirojektii BSQ-SHD Gabaabinaan Pirojektiin BSQ-SHDn waliigaltee gargaarsaa mootummaa Fiinlaandiii fi mootummaa Itiyoophiyaan

Pirojektii Bishaani, Saaniteeshinii fi Qulqullina Naannoo fi Dhunfaa(BSQ) Saffisaa fi Hawwaasaan Durfamu (SHD)

Ministeera Bishaanii, Jal’isii fi InarjiiFinfinnee

Lak. Bilbilaa: +251 921 775 098Facebook:@cmpethiopia

You tube: cmpethiopiaEmail: [email protected]

Website: www.cmpethiopia.org