2
LOOLAADHAAF QOPHAA’OO TA’I 2016–2017 KAAWUNTII KINGI KEESSATTI QOPHAA’IINA LOLAATIIF QAJELFAMNI KEE Barruulee xinnoo kan karaa poostaatiin kan argatu yoo ta’ee, qabeenyaafi teessoon kee dhihoo ykn keessa suluula lolaatti argama. 516 Daandii sadaffaa Kutaa 1200 • Seattle WA 98104 Printed on recycled paper. Please recycle. 1510_4996m_floodupdateBRO15-16_GenCombined.ai 206-477-4812 (TTY Relay: 711) irratti Danaawwan Biraatiin ni Argama Qophiifi To’annoo Lolaa Ergaa Aanaa To’annoo Lolaa Kawuntii Kingi irraa Waqtiin roobaa nurra gahe jira. Saayinitistoonis dhiheenya kana walitti haalawwan qilleensa qorra jiddu gala, kan La Ninaa ykn Eli Nino hintaane (akkuma raagatti ta’u hunda, yoomiyyuu haalliiwwan jijjiramu akka danda’udha) kan hubatan. Barruulee xinnoo kan karaa poostaatiin kan argatu yoo ta’ee, qabeenyaafi teessoon kee dhihoo ykn keessa suluula lolaatti kan argamuufi waqtii lolaa hamaatti waan ta’u danda’uuf amma qophaa’uun barbaachisaadha. Haala ittiin qabeenyaa keefi ofii kee itti lolaarraa ittistuufi waa’ee qophiilee irratti odeefannoo barbaachisaa hiruuf Aanaan To’annoo Lolaa Kaawuntii Kingi qajeelfama qophaa’insa lolaa kana qopheesseera. Aanaan To’annoo Lolaas balaa lolaa hir’isuuf foyyee’insa dirree lolaa kan taasise, sagantaa akeekachisa lolaa kan deegareefi odeefanno, meeshaalee fi qabeenyaa dhiyeessuun akka jiraattoonni qophaa’aniifi yoo lolaan umamee ittisaniif ni gargaara. Dhiibbaawwan ykn balaa lolaa hir’isuuf tarkaanfiiwwan kanneen fudhadhu: Qabeenyaa kee ittisuuf inshuraansii lolaa bitadhu. Imaamtiwwan sadarkaa beekamoos miidhama lolaa kan hin hagugnee yoo ta’u, imaamanni haarawaan hojiirra oluuf guyyoota 30 fudhata. Karaa sirnawwan batalumaan karaa App Akeekachisa Lolaa Kaawuntii Kingi ykn Damaqsawwan Lolaa Kaawuntii Kingi tiin dursitanii sochii lolaa umamuu danda’urratti odeefannaa argadhaa. • Karoorawwanii fi meeshaalee yeroo ariifachisaa qopheefadhaa. • Obomboleettiin ujommoo balfaan keessa dhagala’uu, akka lolaatti lageen gutanii kan umamuu miti. • Karaa bishaa lolaa dhaabatee jiru, sababiiwwan du’a lolaadhaan walqabateef madda mumee ta’eetiin hin darbiin ykn hin konkolaachisiin. Maaloo gadi fageenyaan qo’achuuf, qophaa’uufi lolaa ittisuu qophaa’o ta’uuf yeroo fudhadhu! Reagan Dunn, Dura Taa’aa Aanaa To’annoo Lolaa Kaawuntii Kingi KingCountyFloodControl.org | @KCCReaganDunn HELOO! Jigoon lafaatiis dhugaatti Lixa Waashingitonii keessa kan jiruufi balaa tasaa hammaa kunis Oso haala gadisiisaa bara 2014 Kaawuntii Snohomish keessatti balaa jigoo lafaa namaafi qabeenyaa irratti, Kaawuntii Kingi dabalatee, gutummaa naannichaatti xiyyeefannoo haarawaa fideedha. Balaa Oso kana ittisu keessattis, Aanaan To’annoo Lolaa Kaawuntii Kingi, walta’iinsa Kaawuntii Kingi tiin, teknoolojii ogummaa Foyyee’aa (state-of-the-art-technology) tti fayyadamuun kaartawwan durii bakkeewwan balaan jiraachu malu agarsiisan fooyyeessuufi haala umamaafi amaloota balaa jigoo laafaa qarqarawwan lageen Kaawuntii Kingi keessaa gamagamiiru. Kaartaan fooyyeefamees Aanaa To’annoo Lolaa akka balaa jigoo lafaa fayyaa hawaasaa, nageenyaa fi qabeenyaa midhu danda’u caalaa akka hubataniifi adda baasaniif gargaaru danda’a. Akkasumas Aanaan To’annoo Lolaa balaa lolaa hiri’suuf caalaa tarsiimoo akka qabaatuufi karooraafi hojiirra olmaa projektootaafi sagantoota lolaa akka odefannoo kenuuf ni gargaara. Jiraatonnis waa’ee ji’olojii jigoo lafaa akka baraniifi odeefanoo haaraatti fayyadamuunis balaa jigoo lafaa umamu maluu qophii gaarii akka taasisaniif ni gargaara. Kaartaa haraafi odeefannoon dabalaataa: kingcounty.gov/landslides irratti ni argama. Ummataafi Qabeenyaa Ittisuuf Hojechu APP AKEEKACHISA LOLAA BILISAA App yaa’insa lageenii ammaa, galmee sadarkaa lagaafi raagawwan akkasumas kutaawwan lolaa yeroo-dhugaa si agarsisuu kana bilisaan bilbila harkaa keetti buufadhuutii odeefannoo lolaa yeroo-dhugaa argadhu. Graafiiwwan ammo sadarkaa lagaafi raagawwan guyyoota hedduu ilaaluuf salphaa ni taasisa. ODEEFANNOO QABAADHU BILBILA, ERGAA BARREEFAMAA YKN IMELII Akeekachisa lolaa atatamaatiif bilisaan galmaa’i. Haaluma sadarkaa lolaafi lagaatiin si’aawaa adda baafachu ni dandeessa. SI’AAWAA! LOLAA KAAWUNTII KINGI kingcounty.gov/flood ykn 206-477-4899 bilbili NU HORDOFAA! Lageen King County Fesii bookiirratti; @KCDNRP fi @KCFloodDistrict Twitter irratti Gara manatti osoo hindeebiiin duras, hubaatiin caasaa ijaarsaa umamuu isaa, gaaziin yaa’ee jiraachusaa, ibsaan deebiseefi shiboon luqa’e jiraachusaa ofeeganoo taasisi. 2 3 4 5 6 7 8 1 Kutaa eliktirika sirna ittiin ho’a aregattuu, bakka meeshaaleen kufamaniifi meeshaalee, nageenyaaf jecha osoo itti hinfayadamiin dura oggeessaan ilaalchisi. Gaazii akka deebiisanii siif bananiif, kubaaniyaa gaaziitiif bilbili. Meeshaalee mana keessaa, nyaata, dhiyeesitii bishaaniifi qabeenyaatiif, tartiibawwan qulqullinaa hordofi. Badiinsa sirra gahee galmeessi. Badiinsa gahee suuraa kaasuun, baasii suphuudhaa galmeessi. Badiinsa lolaan qaqabeef mirga kee gaafachuuf abbaanaa/bakka bu’aa inshuraansii kee qunnami. Mana kee keessatti ykn ijaarsa diigamee irratti bakka bishaan gahee qabxii isaa olaanaatti mallattoo taasisi. Kutaa jalaa lolaan gutamee waljalaan yaasi (guyaatti bishaan harka sadii keessaa tokko baasuun) akka ijaarsii hinhubamnee ni gargaara. Karacitiiwwan cirachaa haalaan baasanii kaa’uu Akka adeemsa galmeefi balaa qaqabeef gargaarsa irratti odeefannoodhaaf maddawwan oduu ganda keetii ilaali. BOODDEE Ittisa Goodaa lolaatiif dhimmoota raawatamuufi hinraawatamne Jalqabuma irraa ijaarsa raawadhu. Goodaa lolaa ittisuuf misoomni seeraan kan taa’eedha. Ijaaruu, haaromsuu ykn foyyeessuun, sadarkaa baasuun, qotuufi qaawa jiran hunda gutuu. Haaromsi ykn foyyeessi lolaa ittisuufi sadarkaawwan qaama seera kabachisanii guutuuf caasaa ijaarsa jiruurratti dhibbantaa 50 olii gaafatu. Osoo projekticha hin eegaliin dura, ykn misooma seeraan alaa gabaasuuf, karaa 206-296-6600 ykn kingcounty.gov/permits, Hayyamaafi Xiinxalaa Naannoo Kutaa Kingi Kaawuntii qunnamaa. • Gataa seeraan alas gabaasi. Kemikaalootaa kaasee hanga meeshaalee manaa baafamaniif kan akka barcuma, seeraan ala yoo gataman naanoo keenya faaluufi karaa lolaa cufuu danda’u. Gataa seeraan alaa gabaasuuf karaa 206-296-SITE (7483); kanfalii malee karaa 1-866-431-7483; ykn kingcounty.gov/dumping tiin Hotilaayinii Gataa Seeraan alaa qunnamaa. Yoo konkolaachiftu hin cobsiin. Cobni Konkolaataa zayitii motaraa yunitii miliyoona torba ta’u waggaatti gara qilleensaatti gadi lakkisu. Omishaaleen boba’aa jiktaa beeladoota dagalaafi bakka jireenyaa ni hubu. Tibba robaas, obombooleettiin bishaan raasuus omishaalee boba’aa gara lagaa, dhanga’aaa, haroofi sagaleewwan pugeetitti geessa. Cuba to’achuuf gorsaafi odeefannoo argachuuf gara fixcarleaks.org dhaqaa. Sagantaa karacitii cirrachaan gutamee jechuun karacitii cirrachaa bilisaa dabalataa Karacitiinwwan cirrachaa meeshaa gaatii ittiin daangaa lolaa ijaaruufi bishaan jallisuudhaan ittiin qabeenyaa kee lolaarra ittifamuuniidha. Sharikoonni Aanaa To’annoo Lolaa Kawuntii Kingi, Aangoowwan gandaafi Daandiiwwan Kaawuntii Kingi waliin ta’uun karacitiiwwan cirrachaa ummataaf bilisaan raabsa. Galmeen haal rooba waqtii lolaa darbe kanaas, akk Aanaan To’annoo Lolaa sagantaa karacitii cirrachaa babalisuu, Black Diamond, Fall City,Renton fi Skykomish keessatti bakkeewwan raabisaa dabalataa afuri akka dabaluu mul’isa. Sa’aatii hojiifi waa’ee haala karacitiin cirrachaa itti gutamufi kaa’amu ilaalchisee vidiyoo ilaalu dabalatee, odeefannoo dabalataatiif maaloo garaa: kingcounty.gov/floodservices dhaqaa. Dhiyeesitiiwwan meeshaalee yeroo ariifachisaa • Baatirii ykn raadiyoonii sibiila socho’uun hojetuufi baatirii dabalataa • Foricuufi meeshaalee gargaarsa yeroo duraatiif • Baatirii ifu dhagaa dabalataa waliin • Garagarlacha sanadawwan barbaachosii ta’an (kan akka hayyama konkolachisuu, odeefannoo inshuraansii, baankii maatiifi odeefannoo namoota biraa) boorsaa laastikiittiin • Maattiifi beeladootaa keetiif bishaan guyyoota hedduuf ta’uufi nyaata dafee hinbannee/ tortorree • Uffata ho’uu, kophee cimaa/bootiifi birdilibisii • Meeshaalee qulqullina dhuunfaafi naanootiif olan • Kiniiniiwwan qorichaa hajajaman • Meeshaalee daa’iman ittiin xabachifaman (birdilibsii, kitaaba, ashangulitii) Naanoo lolaatiin hindeemiin, hindarbiin ykn hinkonkolaachisiin. Duubatti deebii’ii. Hin liqinsamiin. Konkolaataan kee kan lolaa keessa seente yoo ta’e, hanga siif danda’ameen achii deemi. Gara nagaatti akka baatuuf gara duubaatti deemi. 2 3 4 5 1 Haalawwan lolaa irratti odeefannoofi raaga argachuuf Jiddu-gala Akeekachisa Lolaa Kawuntii Kingiif bilbilaa Akeekachisa Abbaa taayitaawwan akka bahamuuf qophaa'oo ta'i. Yoo akka baataniif ajajamee, batalumatti raawwadhu. Daandiiwwan gabaaboon cufamu waan danda’aniifu karaawwan akka itti bahamu eerame hordofaa. Sababii bishaan atatamaan dabaleetiin yoo mana ykn gamoo keetii bahuu dadhabde, gargaarsaaf 911 tti bilbili. Achiin gara oliitti ykn baaxiitti ol bahi. Uffata ho’aa, qileensa waliin deemuu, ibsaa, bilbila harkaa fi raadiyoo xiqqoo qabadhu. Lolaan kan dhiyaateefi garuu yeroon kan siif hayyamu yoo ta’e qofa: • Karaa gaaziin ittiin dhufu isa mummee cufi. • Madda ibsaa gamoo kee tajaajila ummattattiif oluu hunda balleessi. Osoo kophee komeen imbiraafi shuraabii harkaa imbiraa irraa hojetame godhattee, yoo bakka gogaa ykn muka gogaarra kan ijjatte yoo ta’e malee, meeshaa elektirikaa ommaa hinxuqiin. • Gara fuuladuraatti haala lolaa ollaa keetii hubachuudhaaf, odeefannoowwan lolaa kan akka sa’aatii, dubbistuu meeshaa, fi ol ka’iinsa lolaa galmeessi. Bakka mana jireenyaafi hojii keetti gadiifageenyaan waan hubattees itti dabali. WAYITA 6 Balaa lolaa keetii beeki. Barruuleen kun siif ergamee ture yoo ta’e, manni ykn qabeenyaan kee suluula lolaa keessa ykn dhiheenya saati. Gadi fageenyaan dubbisuuf: kingcounty.gov/iMAP ykn 206-477-4732 n bilbili floodsmart.gov ykn 1-888-379-9531 n bilbili Inshuraansii lolaa bitadhu. Inshuuraansiin abbaa qabeenyummaa manaa jireenyaa sadarkaa beekamaas, badiinsa lolaadhaan umamuu hin dabalatu ykn imaamanni harawaadhaan diriqama guyyoota 30 f turutu jira. 1 2 3 4 Ofii keefi maatii kee Ittisi: • Karoorawwan yeroo ariifachisaa maatii, qonnaa ykn daldala keetiif haaromsi. • Mana ykn bakka daldalaa keerraa gara lafa ol kaatti daandiiwwan hedduu beeki. • Yoo akka tasaa maatiin adda cafa’eef bakka itti walgahamu filadhu. • Tarii yoo sarariiwwan gandaa kan qabaman ta’ee, odeefannoof bilbiluuf hiriyaa ykn fira naannoo sanaan ala jiru filadhu. • Meeshaalee yeroo ariifachisaa bakka tokkotti walitti qabadhu (asiin gadi ilaali) • Waa’ee qohpii loolaa, muxannoo kana duraafi gargaarsa addaa ati ykn isaan barbaadu danda’an irratti ollaa kee waliin dubbadhu. Balaawwan lolaa irraa qabeenyaa kee ittisi. • Attamiifi yoom akka konkolaataa, meeshaalee, loon ykn beeladoota manaa akka garaa lafa ol kaatti akka geessitu adda baasi. • Waan gatii baasaniifi kemikaaloota mana keesstti itti fayyamtu sadarkaa loolaatiin olitti kaa’ii. • Kusaawwan lafa jalaa sirriitti qadaaduun cufi. • Kiyyoo calaltuu ujummoo gammoo keessaatiif furtuuwwan ittiin sakataatuu tolchuuf akka lolaan bishaanichaa ujummichaan ol hindeebiineef. • Bo’oo/ yaa’aa, ulaa raafama qileensaafi kallattiiwwan oriitoo baalaafi balfa irraa kallatiin eegi. DURSA KESSOO POSITARII KAARTAA LAGEEWWANII LOLAAN YOOM TA’A… Qophaa’oo ta’i! Waa’ee lolaa ilaalchisee gadi fageenyaan tajaajilawwan kingcounty.gov/flood irraa argadhu Dura taa’aa Reagan Dunn Materiales traducidos y servicios de intérprete están disponible bajo solicitud: 206-477-4812; TTY: 711. Royal Arch Landslide, Caamsaa 2014

KESSOO POSITARII KAARTAA LAGEEWWANII · PDF fileTo’annoo Lolaa balaa lolaa hiri’suuf caalaa tarsiimoo akka qabaatuufi karooraafi hojiirra olmaa projektootaafi

  • Upload
    ngonhi

  • View
    416

  • Download
    6

Embed Size (px)

Citation preview

LOOLAADHAAF QOPHAA’OO TA’I

2016

–201

7

KAAWUNTII KINGI KEESSATTI QOPHAA’IINA LOLAATIIF QAJELFAMNI KEE

Barruulee xinnoo kan karaa poostaatiin kan

argatu yoo ta’ee, qabeenyaafi teessoon kee dhihoo ykn keessa

suluula lolaatti argama.

516 Daandii sadaffaa Kutaa 1200 • Seattle WA 98104

Printed on recycled paper. Please recycle.1510_4996m_floodupdateBRO15-16_GenCombined.ai

206-477-4812 (TTY Relay: 711) irratti Danaawwan Biraatiin ni Argama

Qophiifi To’annoo LolaaErgaa Aanaa To’annoo Lolaa Kawuntii Kingi irraa

Waqtiin roobaa nurra gahe jira. Saayinitistoonis dhiheenya kana walitti haalawwan qilleensa qorra jiddu gala, kan La Ninaa ykn Eli Nino hintaane (akkuma raagatti ta’u hunda, yoomiyyuu haalliiwwan jijjiramu akka danda’udha) kan hubatan.

Barruulee xinnoo kan karaa poostaatiin kan argatu yoo ta’ee, qabeenyaafi teessoon kee dhihoo ykn keessa suluula lolaatti kan argamuufi waqtii lolaa hamaatti waan ta’u danda’uuf amma qophaa’uun barbaachisaadha.

Haala ittiin qabeenyaa keefi ofii kee itti lolaarraa ittistuufi waa’ee qophiilee irratti odeefannoo barbaachisaa hiruuf Aanaan To’annoo Lolaa Kaawuntii Kingi qajeelfama qophaa’insa lolaa kana qopheesseera. Aanaan To’annoo Lolaas balaa lolaa hir’isuuf foyyee’insa dirree lolaa kan taasise, sagantaa akeekachisa lolaa kan deegareefi odeefanno, meeshaalee fi qabeenyaa dhiyeessuun akka jiraattoonni qophaa’aniifi yoo lolaan umamee ittisaniif ni gargaara.

Dhiibbaawwan ykn balaa lolaa hir’isuuf tarkaanfiiwwan kanneen fudhadhu:

• Qabeenyaa kee ittisuuf inshuraansii lolaa bitadhu. Imaamtiwwan sadarkaa beekamoos miidhama lolaa kan hin hagugnee yoo ta’u, imaamanni haarawaan hojiirra oluuf guyyoota 30 fudhata.

• Karaa sirnawwan batalumaan karaa App Akeekachisa Lolaa Kaawuntii Kingi ykn Damaqsawwan Lolaa Kaawuntii Kingi tiin dursitanii sochii lolaa umamuu danda’urratti odeefannaa argadhaa.

• Karoorawwanii fi meeshaalee yeroo ariifachisaa qopheefadhaa.

• Obomboleettiin ujommoo balfaan keessa dhagala’uu, akka lolaatti lageen gutanii kan umamuu miti.

• Karaa bishaa lolaa dhaabatee jiru, sababiiwwan du’a lolaadhaan walqabateef madda mumee ta’eetiin hin darbiin ykn hin konkolaachisiin.

Maaloo gadi fageenyaan qo’achuuf, qophaa’uufi lolaa ittisuu qophaa’o ta’uuf yeroo fudhadhu!

Reagan Dunn, Dura Taa’aaAanaa To’annoo Lolaa Kaawuntii Kingi

KingCountyFloodControl.org | @KCCReaganDunn

HELOO!

Jigoon lafaatiis dhugaatti Lixa Waashingitonii keessa kan jiruufi balaa tasaa hammaa kunis Oso haala gadisiisaa bara 2014 Kaawuntii Snohomish keessatti balaa jigoo lafaa namaafi qabeenyaa irratti, Kaawuntii Kingi dabalatee, gutummaa naannichaatti xiyyeefannoo haarawaa fideedha. Balaa Oso kana ittisu keessattis, Aanaan To’annoo Lolaa Kaawuntii Kingi, walta’iinsa Kaawuntii Kingi tiin, teknoolojii ogummaa Foyyee’aa (state-of-the-art-technology) tti fayyadamuun kaartawwan durii bakkeewwan balaan jiraachu malu agarsiisan fooyyeessuufi haala umamaafi amaloota balaa jigoo laafaa qarqarawwan lageen Kaawuntii Kingi keessaa gamagamiiru.

Kaartaan fooyyeefamees Aanaa To’annoo Lolaa akka balaa jigoo lafaa fayyaa hawaasaa, nageenyaa fi qabeenyaa midhu danda’u caalaa akka hubataniifi adda baasaniif gargaaru danda’a. Akkasumas Aanaan To’annoo Lolaa balaa lolaa hiri’suuf caalaa tarsiimoo akka qabaatuufi karooraafi hojiirra olmaa projektootaafi sagantoota lolaa akka odefannoo kenuuf ni gargaara. Jiraatonnis waa’ee ji’olojii jigoo lafaa akka baraniifi odeefanoo haaraatti fayyadamuunis balaa jigoo lafaa umamu maluu qophii gaarii akka taasisaniif ni gargaara. Kaartaa haraafi odeefannoon dabalaataa: kingcounty.gov/landslides irratti ni argama.

Ummataafi Qabeenyaa Ittisuuf Hojechu

APP AKEEKACHISA LOLAA BILISAAApp yaa’insa lageenii ammaa, galmee sadarkaa lagaafi raagawwan akkasumas kutaawwan lolaa yeroo-dhugaa si agarsisuu kana bilisaan bilbila harkaa keetti buufadhuutii odeefannoo lolaa yeroo-dhugaa argadhu. Graafiiwwan ammo sadarkaa lagaafi raagawwan guyyoota hedduu ilaaluuf salphaa ni taasisa.

ODEE

FAN

NOO

QA

BA

AD

HU

BILBILA, ERGAA BARREEFAMAA YKN IMELIIAkeekachisa lolaa atatamaatiif bilisaan galmaa’i. Haaluma sadarkaa lolaafi lagaatiin si’aawaa adda baafachu ni dandeessa.

SI’AAWAA!

LOLAA KAAWUNTII KINGI

kingcounty.gov/flood ykn 206-477-4899 bilbili

NU HORDOFAA!Lageen King County Fesii bookiirratti; @KCDNRP fi @KCFloodDistrict Twitter irratti

Gara manatti osoo hindeebiiin duras, hubaatiin caasaa ijaarsaa umamuu isaa, gaaziin yaa’ee jiraachusaa, ibsaan deebiseefi shiboon luqa’e jiraachusaa ofeeganoo taasisi.

2

3

4

5

6

781

Kutaa eliktirika sirna ittiin ho’a aregattuu, bakka meeshaaleen kufamaniifi meeshaalee, nageenyaaf jecha osoo itti hinfayadamiin dura oggeessaan ilaalchisi. Gaazii akka deebiisanii siif bananiif, kubaaniyaa gaaziitiif bilbili.

Meeshaalee mana keessaa, nyaata, dhiyeesitii bishaaniifi qabeenyaatiif, tartiibawwan qulqullinaa hordofi.

Badiinsa sirra gahee galmeessi. Badiinsa gahee suuraa kaasuun, baasii suphuudhaa galmeessi. Badiinsa lolaan qaqabeef mirga kee gaafachuuf abbaanaa/bakka bu’aa inshuraansii kee qunnami.

Mana kee keessatti ykn ijaarsa diigamee irratti bakka bishaan gahee qabxii isaa olaanaatti mallattoo taasisi.

Kutaa jalaa lolaan gutamee waljalaan yaasi (guyaatti bishaan harka sadii keessaa tokko baasuun) akka ijaarsii hinhubamnee ni gargaara.

Karacitiiwwan cirachaa haalaan baasanii kaa’uu

Akka adeemsa galmeefi balaa qaqabeef gargaarsa irratti odeefannoodhaaf maddawwan oduu ganda keetii ilaali.

BOODDEE

Ittisa Goodaa lolaatiif dhimmoota raawatamuufi hinraawatamne• Jalqabuma irraa ijaarsa raawadhu. Goodaa lolaa ittisuuf misoomni

seeraan kan taa’eedha. Ijaaruu, haaromsuu ykn foyyeessuun, sadarkaa baasuun, qotuufi qaawa jiran hunda gutuu. Haaromsi ykn foyyeessi lolaa ittisuufi sadarkaawwan qaama seera kabachisanii guutuuf caasaa ijaarsa jiruurratti dhibbantaa 50 olii gaafatu. Osoo projekticha hin eegaliin dura, ykn misooma seeraan alaa gabaasuuf, karaa 206-296-6600 ykn kingcounty.gov/permits, Hayyamaafi Xiinxalaa Naannoo Kutaa Kingi Kaawuntii qunnamaa.

• Gataa seeraan alas gabaasi. Kemikaalootaa kaasee hanga meeshaalee manaa baafamaniif kan akka barcuma, seeraan ala yoo gataman naanoo keenya faaluufi karaa lolaa cufuu danda’u. Gataa seeraan alaa gabaasuuf karaa 206-296-SITE (7483); kanfalii malee karaa 1-866-431-7483; ykn kingcounty.gov/dumping tiin Hotilaayinii Gataa Seeraan alaa qunnamaa.

• Yoo konkolaachiftu hin cobsiin. Cobni Konkolaataa zayitii motaraa yunitii miliyoona torba ta’u waggaatti gara qilleensaatti gadi lakkisu. Omishaaleen boba’aa jiktaa beeladoota dagalaafi bakka jireenyaa ni hubu. Tibba robaas, obombooleettiin bishaan raasuus omishaalee boba’aa gara lagaa, dhanga’aaa, haroofi sagaleewwan pugeetitti geessa. Cuba to’achuuf gorsaafi odeefannoo argachuuf gara fixcarleaks.org dhaqaa.

Sagantaa karacitii cirrachaan gutamee jechuun karacitii cirrachaa bilisaa dabalataaKaracitiinwwan cirrachaa meeshaa gaatii ittiin daangaa lolaa ijaaruufi bishaan jallisuudhaan ittiin qabeenyaa kee lolaarra ittifamuuniidha. Sharikoonni Aanaa To’annoo Lolaa Kawuntii Kingi, Aangoowwan gandaafi Daandiiwwan Kaawuntii Kingi waliin ta’uun karacitiiwwan cirrachaa ummataaf bilisaan raabsa. Galmeen haal rooba waqtii lolaa darbe kanaas, akk Aanaan To’annoo Lolaa sagantaa karacitii cirrachaa babalisuu, Black Diamond, Fall City,Renton fi Skykomish keessatti bakkeewwan raabisaa dabalataa afuri akka dabaluu mul’isa.

Sa’aatii hojiifi waa’ee haala karacitiin cirrachaa itti gutamufi kaa’amu ilaalchisee vidiyoo ilaalu dabalatee, odeefannoo dabalataatiif maaloo garaa: kingcounty.gov/floodservices dhaqaa.

Dhiyeesitiiwwan meeshaalee yeroo ariifachisaa• Baatirii ykn raadiyoonii sibiila socho’uun hojetuufi

baatirii dabalataa

• Foricuufi meeshaalee gargaarsa yeroo duraatiif

• Baatirii ifu dhagaa dabalataa waliin

• Garagarlacha sanadawwan barbaachosii ta’an (kan akka hayyama konkolachisuu, odeefannoo inshuraansii, baankii maatiifi odeefannoo namoota biraa) boorsaa laastikiittiin

• Maattiifi beeladootaa keetiif bishaan guyyoota hedduuf ta’uufi nyaata dafee hinbannee/ tortorree

• Uffata ho’uu, kophee cimaa/bootiifi birdilibisii

• Meeshaalee qulqullina dhuunfaafi naanootiif olan

• Kiniiniiwwan qorichaa hajajaman

• Meeshaalee daa’iman ittiin xabachifaman (birdilibsii, kitaaba, ashangulitii)

Naanoo lolaatiin hindeemiin, hindarbiin ykn hinkonkolaachisiin. Duubatti deebii’ii. Hin liqinsamiin.

Konkolaataan kee kan lolaa keessa seente yoo ta’e, hanga siif danda’ameen achii deemi. Gara nagaatti akka baatuuf gara duubaatti deemi.

2

3

4

51

Haalawwan lolaa irratti odeefannoofi raaga argachuuf Jiddu-gala Akeekachisa Lolaa Kawuntii Kingiif bilbilaa

Akeekachisa Abbaa taayitaawwan akka bahamuuf qophaa'oo ta'i. Yoo akka baataniif ajajamee, batalumatti raawwadhu. Daandiiwwan gabaaboon cufamu waan danda’aniifu karaawwan akka itti bahamu eerame hordofaa.

Sababii bishaan atatamaan dabaleetiin yoo mana ykn gamoo keetii bahuu dadhabde, gargaarsaaf 911 tti bilbili. Achiin gara oliitti ykn baaxiitti ol bahi. Uffata ho’aa, qileensa waliin deemuu, ibsaa, bilbila harkaa fi raadiyoo xiqqoo qabadhu.

Lolaan kan dhiyaateefi garuu yeroon kan siif hayyamu yoo ta’e qofa:

• Karaa gaaziin ittiin dhufu isa mummee cufi.

• Madda ibsaa gamoo kee tajaajila ummattattiif oluu hunda balleessi. Osoo kophee komeen imbiraafi shuraabii harkaa imbiraa irraa hojetame godhattee, yoo bakka gogaa ykn muka gogaarra kan ijjatte yoo ta’e malee, meeshaa elektirikaa ommaa hinxuqiin.

• Gara fuuladuraatti haala lolaa ollaa keetii hubachuudhaaf, odeefannoowwan lolaa kan akka sa’aatii, dubbistuu meeshaa, fi ol ka’iinsa lolaa galmeessi. Bakka mana jireenyaafi hojii keetti gadiifageenyaan waan hubattees itti dabali.

WAYITA6

Balaa lolaa keetii beeki. Barruuleen kun siif ergamee ture yoo ta’e, manni ykn qabeenyaan kee suluula lolaa keessa ykn dhiheenya saati.

Gadi fageenyaan dubbisuuf:

• kingcounty.gov/iMAP ykn 206-477-4732 n bilbili

• floodsmart.gov ykn 1-888-379-9531 n bilbili

Inshuraansii lolaa bitadhu. Inshuuraansiin abbaa qabeenyummaa manaa jireenyaa sadarkaa beekamaas, badiinsa lolaadhaan umamuu hin dabalatu ykn imaamanni harawaadhaan diriqama guyyoota 30 f turutu jira.

1

2

3 4Ofii keefi maatii kee Ittisi:

• Karoorawwan yeroo ariifachisaa maatii, qonnaa ykn daldala keetiif haaromsi.

• Mana ykn bakka daldalaa keerraa gara lafa ol kaatti daandiiwwan hedduu beeki.

• Yoo akka tasaa maatiin adda cafa’eef bakka itti walgahamu filadhu.

• Tarii yoo sarariiwwan gandaa kan qabaman ta’ee, odeefannoof bilbiluuf hiriyaa ykn fira naannoo sanaan ala jiru filadhu.

• Meeshaalee yeroo ariifachisaa bakka tokkotti walitti qabadhu (asiin gadi ilaali)

• Waa’ee qohpii loolaa, muxannoo kana duraafi gargaarsa addaa ati ykn isaan barbaadu danda’an irratti ollaa kee waliin dubbadhu.

Balaawwan lolaa irraa qabeenyaa kee ittisi.

• Attamiifi yoom akka konkolaataa, meeshaalee, loon ykn beeladoota manaa akka garaa lafa ol kaatti akka geessitu adda baasi.

• Waan gatii baasaniifi kemikaaloota mana keesstti itti fayyamtu sadarkaa loolaatiin olitti kaa’ii.

• Kusaawwan lafa jalaa sirriitti qadaaduun cufi.

• Kiyyoo calaltuu ujummoo gammoo keessaatiif furtuuwwan ittiin sakataatuu tolchuuf akka lolaan bishaanichaa ujummichaan ol hindeebiineef.

• Bo’oo/ yaa’aa, ulaa raafama qileensaafi kallattiiwwan oriitoo baalaafi balfa irraa kallatiin eegi.

DURSA KESSOO POSITARII KAARTAA LAGEEWWANII

LOLAAN YOOM TA’A…Qophaa’oo ta’i! Waa’ee lolaa ilaalchisee gadi fageenyaan tajaajilawwan kingcounty.gov/flood irraa argadhu

Dura taa’aa Reagan Dunn

Materiales traducidos y servicios de intérprete están disponible bajo solicitud: 206-477-4812; TTY: 711.

Royal Arch Landslide, Caamsaa 2014

LAGAcfs= sakandiitti tarkaanfii miilaa al-sadi

SADARKAA 1 - Loolaan beekamu omtu hinjiraatu

DH

IBBA

A L

OLA

A E

EGA

MA

A L

AG

AA

N

SADARKAA 2 - Lolaa xinnaa. Wiirtuu Akeekachisa Lolaa Kaawuntii Kingi saaqaadha, hojettoonni deegarsa taasisuuf guyyaatti sa’aatii 24 ni argamu.

SADARKAA 3 - Lolaa Jiddu gala. Hojettoonni To’attoota Lolaa Kaawuntii Kingi tajaajilawwan, akka hidha bishaanii, akka ilaalaniif ergamaniiru.

SADARKAA 3 - Lolaa hamaa. To’attoon lolaa haalawwan kan hordofan yoo ta’uufi Wiirtun Akeekachisa Lolaa saaqamaa turu.

206-296-8200 or 1-800-945-9263

WIIRTUU AKEEKACHISA LOLAA KAAWUNTII KINGI

Fannoo Diimaa Ameerikaa206-323-2345 or 360-377-3761 redcross.org

Attamiin Lolaaf yaa Qophofnu kingcounty.gov/floodservices

Si’aawinsa Loolaa Kaawuntii Kingi206-477-4899kingcounty.gov/flood

Wiirtuu Akeekachisa Lolaa Kaawuntii Kingi206-296-8200 ykn1-800-945-9263

Sagantaa Haaromsa Manneenii Kaawuntii KingiAbbaa qabeenyawwan manaa mirga qabeessoo, galii gadaanaa haaromsa manaa guddaa taasisuuf ni gargaara.

206-263-9095 kingcounty.gov/housingrepair

Odeefannoo Dahoo Bulchiinsa Yeroo Ariifachisaa Waajira Kaawuntii Kingi206-296-3830

ODEEFANNOO LOLAA YEROO ARIIFACHIISAA

Daandii Kaawuntii Kingi 24/7 Sarara gargaarsaa206-477-8100 or 800-KC-Roadskingcounty.gov/roadalert

Si’aawwan Daandii Kaawuntii Kingi(King County)kingcounty.gov/roadalert

Jeequnsawwan Geejjiiba Baabuura Lafa Jala Deemuukingcounty.gov/metro

Sagantaa Inshuraansii Lolaa Biyaaleessaa1-888-379-9531floodsmart.gov

Rakkoolee Fayyaa Hawaasaa Siyaatiil fi Septiik Taankiifi Boola Kaawuntii Kingi206-477-8050

Ganna Bubbeedhaan Fudhadhu takewinterbystorm.org

Odeeffannoon kaartaa kanarratti hojettoota Kaawuntii Kingitiin hamtamees maddawwan garaagaraafi osoo hinbeeksiisiin geedaruun ni danda’ama. Kaawuntii Kingi sirrii, gutamaa, kan yeroofi odeefannoo sanatti fayyadamuuf sirrii ta’usaatiif bakka bu’iinsa ykn ajaja barreefamaa kan ifa taa’e ykn kan hubatamu, ommaa hintaasifne. Galmeen kunis akka bu’aa qorrannootti itti fayyadamuuf kan qophaa’e miti. Kawuntiin Kingi balaawwan ykn tasa kallattiin, addatti, waliigalatti umamuu, kan akka galii dhabuu ykn bu’aa dhabuu sababii itti fayyadamuu odeeffannoo kaartaa kanaatiin wal qabate kamifuu itti gaafatamaa hinta’u. Gurgurtaan kaartaa kanaa ykn odeeffannoo kaartaa kanarraa yoo Kaawuntii Kingiin barreefamaan kenname malee, dhakaadha.

LAGA TOLTKaarnation bira Kan Yaa’uu

8,500 cfsHidha bishaanii Magaalaa Karneshin bira jiruu dhangala’uun ni mudata. Bankii Kibbaafi Riqicha Trail Golga Snoqualmie jidduuttii fi Riqicha Karaa Guddaa 203 dhiheenya Eddoo 323fatti argamuutti suuta dhagala’uun isaanii mudachu danda’a. Yaa’aa gara gubbaa Daandii Laga Tolt NE/361st Avenue NE aragamuufi qarqara Baha Magaalaa Karnashiinitti jijiramni bo’oo umamuu danda’a.

3,500 cfsKibba qarqara lagaa akka bishaan hinyaaneef hidhameefi jidduu Golba Daandii riqicha Snoqualmie fi riqicha karaa guddaa 203 dhiheenya Eddoo 323fatti argamuu suuta dhagala’uun isa mudachu danda’a.

5,000 cfsOllaa San Souci keessa dhiheenya Tolt River Poad NE bishaan ni qaxxaamura. Kibba qarqara lagaa akka bishaan hinyaaneef hidhameefi jidduu Golba Daandii riqicha Snoqualmie fi Riqicha Karaa Guddaa 203 dhiheenya Eddoo 323fatti argamuu suuta dhagala’uun isa mudachu danda’a.

2,500 cfsHojjeettoonni Kaawuntii Kingi si’ominarra jiru.

T 13,800 cfsAmajjii 2009

17,400 cfsMuddee 1959

LAGA SKYKOMISHKIBBA FORKIIDheerina (sadarkaa) Skykomish rratti

9 ftDhiqamni biyyoo qarqara lagaafi rakooleen jijjiga lolaa jiraachu malu.

11 ftDhiqamni biyyoo qarqara lagaafi rakooleen jijjiga lolaa jiraachu malu. Lolaan bakkeewwan sululaa kan akka Skylandia fi qarqara Lixa Mandara Timberlane tti ni umamama.

13 ftLolaa balaanis bakkeewwan duraan hidha bishaan itti taasifameetti dabalte umamu mala.

SK 7.5 ftHojjeettoonni Kaawuntii Kingi si’ominarra jiru.

16.49 ftSadaasa 2006

LAGA SIDAARLaandsburgi biraa kan Yaa’u

LAGA MAGARIISAAuburnitti dhihoo akka yaa’u kan tilmaamamu ykn eegamu

LAGA SNOQUALMIE

DHANGALA’AA ISSAQUAHDheerina (sadarkaa) dhiheenyaDaataa Hobaarti: Magaalaa Issaquah

LAGA ADIIHidha Gaara Mudii irraa ka’uun akka yaa’uu kan tilmaamamuu ykn eegamu

5,000 cfsDaandiiwwan dabalataan bishaaniin uwwifamaniifi cufamanis Cedar Grove Road SE, Maxwell Road SE fi SR 169 itti dhi’oo walitti-dhufeenya daandii Cedar Grove Road SE fa’i. Daandiiwwan Jan Road SE (SE 197th Street), SE 203rd Street, SE 206th Street and SE 207th Street dabalatee karaan Dead end streets bishaaniin uwuufamuufi cufamu danda’a. Lolaa ariifataafi yaa’aa gadi fagoonis bakkeewwan sulula lolaa ta’an gutuutti haalawwan cimoo umuu danda’a.

38,000 cfsNaannoon jireenyaa hangi ta’ees, balaa burkaana hamaa fi lolaa manaa isaan nudachuu danda’a. Daandiiwwan bishaaniin liqifamanis, daandii Woodinville-Duvall, Daandii Carnation-Duvall fi Daandii Moon Valley fa’i.

12,000 cfsHidhii bishaanii Ittiin lolaa ittifamu murteessoonis bishaaniin gutamuurraa kan ka’ee dadhabu danda’u. Keessattuu naannoowwan hidha bishaanii qarqara lagaa eegamaniitti, haalli lolaa battalaan jijjiramuun umamu ni danda’a. Jijjiramni kunis dalabu ol-ka’iinsa bishaanii, danbala’uu ball’aa, cufamu daandiifi kenninsi tajaajila ummataa jeeqamuu ta’u mala.

9,000 cfsBalaa qilleensa sardamsisaa hamaafi yaa’aa jijiga sirna lagaa hunduraarratti mudachu danda’a. Magaalaawwan Paasifik fi Auburn dalaliin lolaa akka ta’u ni eegama. Gartokkeen dallaawan ittisa lolaa yeroos bishaaniin hagugamu mala. Akasumas Magaalaa Enumclaw bira bakka qurxummiin itti inqaaquus rakkinni mudachu danda’a.Bishaan lolaa yaa’aa gara gubbaa Hidha Tulluu Mud SR 410 dhiheenya Greewater jiru mudachu danda’a.

7.5 ftBakkeewan lolaan itti umamuu keessatti lolaan akka beekammu taasisu. Sababii bishaan daandiirra yaa’uuf cufamu karaa. Bakkeewwan irra deedeebiin lolaan itti umameetti lolaan eegamu danda’a.

8.5 ftIssaquah Creek, Tibbetts Creek fi Baha Forkii Issaquah Creek lolaa baayyeen ni umama. Bakkeewwan creekside heduutti ammo Lolaan akka jiraatu tilmaamama.

9 ftIssaquah fi Golgaawwan Creek Tibbetts gutummaan lolaa bal’aatu isaan mudata.

12,000 cfsDaandiiwwan bishaan irra ol bahu danda'u kan akka Neal Road SE, Reining Road, West Snoqualmie River Road NE (Walker Road), Snoqualmie Meadowbrook Road and Mill Pond Poad.

20,000 cfsLolaa gadi fageenya garaa garaa qabaatuus golga Snoqualmie gutuuttu umamu mala. Daandiiwwan bishaaniin liqifmanis daandii Fall City- Karnashiin, Tolt Hill Road fi Novelty Flata Road dabalata.

2,800 cfsDaandii Joonsi Kan 156th Place SE argamutti bishaan irra ol bahuufi cufamu danda’a.

4,200 cfsKaraan Dorre Don gadi jadhaaniifi Byers Road SE fiin bishaaniin liqmfamuun cufamu danda’u. Daandiiwwan kunnenis ollaawwan hedduu jiraattonni itti argaman kan walqunnamsisan cufamuufi gadi dhisuu kan barbaachisu ta’a.

7,000 cfsYaa’aa lafarraa golgaa Magaalaa Aubum keessatti lolaa lafa gadi jeedhaa

9,000 cfsLolaa gadi fageenya garaa garaa qabaatuu golga yaa’aa Auburm fi sulula gadi jeedhaa Mill Creektti umamu mala. Daandiin Golga Magariisa Kibbabahaafi Daandii Golga Lixa irra ol bahu danda’a.

5,000 cfsLolaan nyaataa bishaanii yaa’aa lafarraatiis Magaalaa Auburn keessa Riqicha Karaa –A tti kan umamuudha. Lolaan bishaanii daandiirra bahu Magaalaa Paasifik dhiheenya Motummaa Kaanaaliifi Daandii Butteetti kan umamu ta’a. Bishaan cimaa ammo dallaa ittisa loolaa yeroo waliin Magaalaa Paasifik keessatti umama.

7,000 cfsSadarkaan bishaan lagaa olaanaan rakkina ittisa lolaa yeroo waliin Magaalaa Paasifik keessatti umamu mala. Lolaan bishaanii daandiirra bahu Magaalaa Paasifik dhiheenya Motummaa Kaanaaliifi Daandii Butteetti kan umamu ta’a. Jiraattoonni naannoo Red Creek balaa qileensa sardamsiisaa hamaa, jijjigaa yaa’aafi nannoo jireenyaatti lolaadhaan rukutamunsaanii ni tilmamama.

NMS

6,000 cfsHojjeettoonni Kaawuntii Kingi si’ominarra jiru.

6.5 ftHojjeettoonni Kaawuntii Kingi si’ominarra jiru.

1,800 cfsHojjeettoonni Kaawuntii Kingi si’ominarra jiru.

5,000 cfsHojjeettoonni Kaawuntii Kingi si’ominarra jiru.

4,000 cfsHojjeettoonni Kaawuntii Kingi si’ominarra jiru.

SN

I

C

G

W

9.9 ftSadaasa 1990

54,110 cfsAmajjii 2009

11,700 cfsAmajjii 2009Odeefannoo Maandisoota Gareewwan Loltuu Ameerkaa Hidha Tulluu Mudii irratiin

12,200 cfsSadaasa 2006

7,870 cfsAmajjii 2009

14,200 cfsSadaasa 1911

28,100 cfsSadaasa 1959

28,000 cfsMuddee 1933Laga Adii Buckley biraatti kan gabaafame

TABBA HAARAA

LOOLAA TABBAA

Baayina dhangala’u:

Kaaba Forkii Jidduu Forkii Kibba Forkii

Tajaajiilliwwan turujumaanaa ni : TTY 711.

Materiales traducidos y servicios de intérprete están disponible bajo solicitud: 206-477-4812; TTY: 711.

MUD MPOINTAIN DAM

HIDHA LAGA TOLT

HIDHA HANSON HOWAARD

HIDHA MAASONRIIC

G

SN

SN

SN

T

N

M

S

W

HIM

TEELAGEEWWAN KAAWUNTII KINGI

Hidha bishaanii/haroo

Safartuun lagaa sadarkaa lolaa tilmaamuuf ni gargaara*

*Lageen Kaawuntii Kingi irratti safartuwwan tartiba gutuu akeekachisa lolaa argachuuf kingcounty.gov/flood dowaadhaa

0 2 Maayelisii 4

Onkololessa 2016

N

I

SK