Upload
others
View
178
Download
24
Embed Size (px)
Citation preview
KUTAA 1
Qabiyyee Sirna barnootaa haaraa qopheessun maaliif barbaachise
Kaayyoo
Qophii sirna barnoota haaraa qopheessuf godhame
Aadeemsa qohiin sirna barnoota haaraa keessa darbe
Maalltu Bu’ura irraa Jijjirame /Major Shifts in the Reform
Adeemsa hojiin keessa darbee akka BBOtti
Gahe biiroofi KBB
Haala waligala Qophii sirna barnoota
Haaraa
Sirna barnootaa haaraa qopheessun maaliif barbaachise?
Yeeroo dheeraaf irra deebi’amee waan hin ilaalamneef
Qabiyyeen kan guttamee
Jijjirma haawaasummaafi siyaas-diinagdee kan of keessatti hin
hammanne waan ta’eef
Bu’aan barattoota irraa eggamu yeeroo yeroon gadii bu’aa waan
dhufeef /NLA,EGMA,EGRA/
Barattoota fedhii addaa kessattu warreen kennaa addaa qabaniif
xiyyeefanno kan hin keeninee ta’u isaa
Barnooni BLAG kan barnoota Safuu /moral education/ kan of keessati
hin hammanneefi jijjirama amalaa kan barattoota irratti hih finnee ta’u
Beekumsa xabboo /Indigenous Kwg/ kan of keessatti
hin hammanee ta’u
Sirni barnootichaa barnoota oggumaawan adda addaa
Qonnaa,Tekinoolojiifi kan biroos kan of keessati hin
hammanee ta’u
Sirni barnootichaa kennaafi dandeetti umamaan
barattonii qabaniif kan xiyyeefannoo hinkeniineefi
,,,,,,,, /inflexible /
Barattoota hojii ummachuu danda’an omishuu
hindandenne
Itti Fuf,,,,,,,,,
Kaayyon qophii sirna barnootahaaraa inni ijoon sirna barnootaabarnoota waliigalaa amma hojiira jirugadi fageenyyan sakatta’un sirnabarnoota haaraa qopheessudha
QOPHII SIRNA BARNOOTA HAARAA QOPHEESSUFGODHAME
1. Karoorri kallattii /rood maapii/ qophii sirna
barnootaa waggaa sadii ni qophaa’e
2. sirna barnootaa amma hojiira jiru gadi
fageenyyan sakata’ame
3. Karoora qophii sirna barnoota haaraa ittin
hogganamu baasuun qohiitti seename
Aadeemsaqohiin sirna
barnootahaaraakeessadarbe
Karoorri kallattii /rood maapii/ qophii sirna barnootawaggaa sadii ni qophaa’e
Sirni barnootaa amma hojiira jiru gadi fageenyyan nisakata’ame/2009-2011 /
Hammattoon barnoota waliigalaa ni qopheefame /generaleducation frame work/2012/
Yaa’iinsa qabiyyee (flowchart), dandeettii isa xiqqaabarachuu barattootaa (MLS)fi siilabasii niqophaa’e2012/13
Kitaaba barataafi qajeelchi barsiisaa ni qophaa’e/2013/
Manneen barnoota filataman keessatti yaaliigaggeesuu/2014/
Sirna barnoota haaraa gutummaatti hojiirra oolchuu/2015/
Maalltu Bu’urairraa Jijjirame/Major Shifts
in the Reform/
BSTD / Preprimary / Fif sad 1ffaa Dirqamaafi Bilisata’a
Barnooni waligalaa Bilisaa ta’a
Caasefamnii Barnootaa 6+2+4 ta’a
Barnooni Tekinooloojiin akka deggaramuuXiyyeefannaan hojjatama
Barnoonii Ogummaa xiyyeefanna guddaa kennamaaf /FknSadarkaan 2ffaa olaanaa irrati Ogummaan adda addaanikennama /Vocationalzing Upper secondary /
Seerri barnootaa /Educational law /Yeeroojalqabaaf qophaa’e
Yaa’iinsa Qabiyyee (Flowchart), Dandeettii isa Xiqqaa
Barachuu Barattootaa (MLC)fi Siilabasii Afaan Ingiliiziin
qophaa’ee gara haala qabatamaa naannootti madaqsuun
Afaan Ormootti hiikuufi Ogeeyiidhaan Madaalsiisuun
/validation / haala kitaaba barataafi qajeelcha barsiisaa
qopheesssuuf dandeesiissuutti mijeessuu.
Kolleejjota sirna barnoota haaraa qopheessuu danda’an adda
baafachuuf ulaagaa guutuu qaban adda baasuun akka ittiin
dorgomaniif ToR qopheessuu .
Ulaagaan dorgommii taa’efi TOR irratti hundaa’un kolleejjota
dorgomsiisuun kan ulaagaa guutaniif waliigatee
mallatteesiisuun hojii egalsiisuu .
Adeemsa
Hojiin Qophii
sirna brnoota
Naannoo
Oromiyaa
Keessa Darbee
Sagantaa Siilabasii Madaqsuunfi Afaan Ormootti hiikuu
Gahee KBB
Qophii kitaaba barataafi Qajeelcha barsiisaa gutumaan guttutti
nihajjatuu
Hojii Kitaaba –Barreessuu , Gulaaluufi Fak-ibsa isaa hojjacuu
/Graphics design/
Gahee BBO
Qulqulina qophii sirna barnootichaa hordofuufi Mirkaneessuu
Ogeessa Biiroo,
Barsiisota KBBfi
Yunivarsiitii irraa walitti qindeessuun hojjatame.
Gahe Biiroofikan KBB
Hojiin qophii kitaaba barataafi qajeelcha
barsiisaa
Sirni barnootaa Afaan Oromootiin qophaa’e gosa
barnoota hundaan Xumuramee gara mana
maxxansaa galeejira
Sagantaa afaan Lamaffaatis hojiin hikkaa
jalqabamee jira
BSTD- Hojiin isaa boodatti hafee waan egalameef
hanga onk. 20/ 02/2014tti xumuruuf hojjatamaa
jira.
Haala Qophiinamma irra jiru
Kutaa .2 Hojiirra Oolmaa sirna Barnoota Haaraa -Karoora raawwii hojii yaaliin S/ barnoota
Haaraa ittiin gaggeessuuf qophaa’e
Qabiyyee seensa
Kaayyoo
Barnoota yaalii kanarraa bu’aaleen eegaman
Hojiilee hojjataman
Ulaagaa Filannoo M/B Yaaliin Ittigaggeeffamu
Baay’ina M/B yaaliif filataman
Gosa barnoota sadarkaa Hunddatti kennamuu / Bstd, sad 1ffaafi Sad 2ffa
Tooftaa raawwii
Gahee hojiifi ittigaafatamummaa qaamolee sadarkaa sadarkaan jiran
Sagantaa Raawwii Hojiirra Oolmaa Barnoota Yaalii
Sirna barnootaa haaraa kana guutumaan guututti hojiirra
oolchuun dura bara 2014tti Yaaliin Manneen barnoota
filataman keessatti erga gaggeefameen booda bara
barnootaa 2015tti sirna barnootichaa guutumaan guututti
hojiirra ola.
Kanaafuu, hojiin sadarkaa biyyoolessaafi naannoottihojjetamu gurmaa’inaafi hoggansa mataa isaa kanqabu ta’ee, milkaa’ina raawwii hojii yaalii sirnabarnootaa haaraa fixaaan baasuuf karoorri kunqophaa’era.
Seensa
Adeemsa, qophiifi raawwiin sirna barnootaa haaraa
gurmaa’insafi hoggansi caasaalee barnootaa, qooda
fudhattootaafi dhimmatootaan harcaatii malee hojiitti hiikamee
yaalii manneen barnootaa filataman keessatti taasifamu
qulqullinaan hordofamuun sirna barnootaa haaraa ga’umsa qabu
qophaa’ee dhaloota dorgomaa ta’e horachuu dandeesisu
qopheessuu.
KAAYYOOGOOROO
Hojiirra oolmaa barnoota yaaliifi guutummaatti hojiirra oolchuuf
koree olaanaa (Steering Committee) ijaaruun oolaantummaan akka
hoogganu gochuuf.
Galteewwan barnoota yaaliitiif barbaachisan adda baafachuun
qindeessuun qophii taasisuuf
Haala ulaagaa taa’een manneen barnootaa hojii barnoota yaaliif
ta’an filachuuf,
Baajata hojichaaf barbaachisu karoorsuuf hojiirra oolchuuf,
Koree hodoffiifi deeggarsa kennan ijaaruun dokumentiiwwan
barbaachisan qopheessuun hojiirra oolchuuf,
Meeshaalee baruu-barsiisuu galteewwan hordoffiifi deeggarsa irraa
qindaa’etti fayyadamuun kitaabilee barnootaa fooyyessuun
maxxansaaf qopheessuu.
Meeshaalee baruu-barsiisuu qulqullina qabu maxxansiisuun bara
2015tti guutummaatti hojiirra ooluuf qopheessuuf,
KAAYYOOGOOREE
•Akaakuu barnootaa hundaan yaaliin gaggeeffamee
meeshaalee baruu-barsiisuu/ kitaaba barataafi
qajeelcha barsiisaa/ fooyyessuuf gargaaran
qindaa’anii sirni barnootichaa fooyya’ee maxxansaaf
qophaa’a.
Yeroo hojii barnoota yaalii keessatti hojiiwwan gurguddoon
raawwatamuu qaban;
Karoora hojiirra oolmaa barnoota yaalii qopheessuun hojiirra
oolchuu.
Koree olaanaa (steering committee) olaantummaan yaalii
kana qindeessuu dhaabuu; cheekliistii hordoffiifi deeggarsaa
qopheessuun deeggaruu.
Haala ulaagaa qophaa’een manneen barnootaa yaaliif filataman
filachuu.
Baajata raawwii hojiitiif barbaachisan adda baafachuun
ramachisiisu.
Kutaalee yaaliin ittigaggeeffamuuf kitaabilee akaakuu
barnootaa hundan haala qusannoo qabuun maxxansiisuun
raabsuu.
Hojiilee
hojjataman
Itti fuf…
Moojuloota leenjii hoggantoota barnootaafi barsiista barnootaa yaaliifi guutummaatti hojiirra oolchan ittiin
leenjifamu qoheessuun maxxansiisuufi raabsuu.
Hirmaattota leenjii leenjistootaa adda baafachuun leenjisuu
Maatii manneen barnoota barnoonni yaaliifi guutummaan hojiirra oolu keessaa ijoollee qabaniifi
barattoota manneen barnootichaatiif kaayyoo hojiirra oolmaa sirna barnootaa haaraa ibsuufiin
hubannoo kennuu.
Barnoota teeknikaafi ogummaa kutaa 11ffaa keessatti kennamuuf fiildiiwwan kennamuu qaban
manneen barnootaan adda baasuu, fedhii barattootaa adda baasuu, qaxarrii barsiisotaa gaggeessuu
leenjii kennuun hojiitti bobbaasuu.
Koree hordoffiifi deeggarsaa dhaabuun dokumeentiiwwan baraachisan qopheessuun hojii gaggeessuu.
Hojii barnoota yaalii haala saganteeffameen adeemsisuu.
Ragaa walittiqabuu, gurmeessuufi galteewwan argaman irratti hundaa’uun qopheessitoonni kitaabilee
barattootafi qajeelcha barsiisotaa akka fooyyessan gochuu.
Sad 1ffaa 82 Godinaafi Bul.Magaalootaa keessatti 2 ,
Baay’ina M/B yaaliif filataman
Sad 2ffaa 28
Godinaaleefi Bul.Magaalootaa M/b sad 2ffaa tokko tokko ulaagaa
taa’een filachuun BBOf ni ergu . Biiroon Manneen barnootaa 41
keessaa 28 filatee Ministeera barnootaaf kan dabarsuu ta’a ,
Ida = 110
SAGANTAA YAALIIFI HOJIIRRA OOLMAA SIRNA BARNOOTAA HAARAA BARNOOTA
WALIIGALAA
Kutaa Bara Raawwii Sirna Barnootaa Haaraa Barnoota Waliigalaa
2014 2015 2016 2017
BSTD (1) Yaaliin hin taasifamu Raawwii guutuu Gamaggama waliigalaa
gulantichaa Gamaggama
waliigalaa
sirna
barnootaa
haaraa
BSTD (2) Yaalii Raawwii guutuu
Kuta1ffaa Yaalii Raawwii guutuu
Gamaggama
waliigalaa gulantichaa
Kuta 2ffaa Yaalii Raawwii guutuu
Kuta 3ffaa Yaalii Raawwii guutuu
Kuta 4ffaa Yaalii Raawwii guutuu
Kuta 5ffaa Yaalii Raawwii guutuu
Kuta 6ffaa Yaalii Raawwii guutuu
Kuta 7ffaa Yaalii Raawwii Guutuu
Kuta 8ffaafi 12 ffaa Yaaliin Hin taasifamuu
Kutaa 9fi 10 yaalii
Kutaa 11ffaa Yaaliin Hin taasifamuu/
isumaa duriitiin itti fufa /
Lakk Gosa barnoota /Name of Subjects Kutaa/ Grade
1 Barnoota Qindaa’e /Integrated Subjects/ BSTD -I /Pre-primary Level I./
2 Barnoota Qindaa’e /Integrated Subjects/ BSTS –II /Pre-primary Level II./
GOSA BARNOOTA SADARKAA HUNDDATTI KENNAMUU / BSTD, SAD 1FFAA , SAD 2FFA
1. Barnoota Sasdrkaa tokkoffan Duraa /BSTD/
Lakk Gosa Barnootaa 9 /Types of Subject / Kutaa/Grade
1 Afaan Oromo 1-6
2 Amharic 1-6
3 English 1-6
4 Mathematics 1-6
5 Environmental Science 1-6
6 Geda Education 1-6
7 Performing Visual Arts 1-6
8 Health & HPE 1-6
9 Moral education
2. Gosa Barnoota kutaa / 1- 6/tti Kennamu
Hub. Sagantaa Afaan oromoo kan baratan Afaan Amaariiffaa kutaa 5 irraaEgalan ,kan Amaariffa ,Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa irraa egalu
Lakk Gosa Barnootaa 12 /Eleven / Subjects / Grade
1 Afaan Oromo 7 & 8
2 Amharic ‘’3 English ‘’4 Mathematics ‘’5 General Science ‘’6 Social Studies ‘’7 Geda Education ‘’8 Citizenship Education ‘’9 Performing Visual Arts ‘’
10 Information Technology ‘’11 Health & HPE ‘’12 Career and Technical Education
3. Barnoota kutaa 7fi 8tti Kennamu
4. Secondary Level education 9-10 ---- 12 Subjects
No Compulsory – 10 Subjects Optional – 2 Subjects
1 English First language
2 Mathematics A Federal Language
3 Physics Foreign language
4 Chemistry Health and Physical Education
5 Biology Performing and Visual Arts
6 Geography
7 History
8 Citizenship Education
9 Economics
10 Information Technology
5.1.1 Manufacturing
No General Subjects – 7 No
Field – based Subjects – 4 Subjects
1 English 1 Metal Manufacturing
2 Mathematics 2 Automotive Technology
3 Physics 3 Textile and Leather Garment
4 Chemistry 4 Wood Working
5 Biology
6 Information Technology
7 Agriculture
5. Upper Secondary Level Subjects – Grades 11 and 12 – 10 Subjects
5.1 Natural science stream
5.1.2 Construction
No General Subjects – 7 NoField – based Subjects – 4 Subjects
1 English 1 Electricity
2 Mathematics 2 Carpentry
3 Physics 3 Plumping
4 Chemistry 4 Finishing Working
5 Biology
6 Information Technology
7 Agriculture
5.1.4 Agriculture
No General Subjects – 7 NoField – based Subjects – 4 Subjects
1 English 1 Crop Production and Mgt
2 Mathematics 2 Animal Production and Mgt
3 Physics 3 Natural Recourse Mgt
4 Chemistry 4 Agriculture Technology
5 Biology
6 Information Technology
7 Economics
5.1.3 Information technology and Computes science
No General Subjects – 7 NoField – based Subjects – 4 Subjects
1 English 1 Computer information science
2 Mathematics 2 Computer meantime and networking
3 Physics 3 Website design
4 Chemistry 4 Computer graphics design
5 Biology
6 Information Technology
7 Agriculture
5.1.5 Health
No General Subjects – 7 NoField – based Subjects – 4 Subjects
1 English 1 Personal, community health and Picante Care
2 Mathematics 2 Nutrition and Deities
3 Physics 3 Child care and well being
4 Chemistry 4 Reproductive health
5 Biology
6 Information Technology
7 Economics
5.2.1 Business Science
No General Subjects – 6 NoField – based Subjects – 4 Subjects
1 English 1 Accounting and Finance
2 Mathematics 2 Marketing
3 Geography 3 Backing and Insurance
4 History 4 Office Mgt
5 Economics Hotel and Truism
6 Information Technology
5.2 Social science stream
5.2 .2 Language and Social science
No General Subjects – 6 NoField – based Subjects – 4 Subjects
1 English 1 First Language and Literature
2 Mathematics 2 Social Work
3 Geography 3 Anthropology
4 History 4 Citizen ship
5 Information Technology
6 Economics
5.2 3 Performing Visual Art
No General Subjects – 6 NoField – based Subjects – 4 Subjects
1 English 1 Graphics and Design Art
2 Mathematics 2 Painting and Sculpture
3 Geography 3 Music and Dance
4 History 4 Citizen ship
5 Information Technology Theatre Art
6 Economics Film Art
6.TOOFTAA RAAWWII
Ulaagaa bahe irratti hundaa’uun manneen barnoota yaalii filachuu.
Hoggansa barnootaa sadarkaa sadarkaan jiruuf leenjii hubannoo kennuu
Barsiisonni manneen barnoota yaaliif filtamaniif qabiyee kitaabilee
irratti leenjiin akka kennamuuf gochuu.
Barsiisonni manneen barnoota yaaliif filtaman keessatti argaman
hundi adeemsa barnoota yaalii keessatti hirmaachisuu.
Hoggansi barnootaafi hojjattoonni manneen barnoota yaaliif
filtaman keessatti argaman hundi ga’umsaan akka deeggaran
taasisuu.
ITTI FUF,,,
Manneen barnoota yaaliin gaggeeffamu keessatti koree barnoota
yaalii kana hojiirra olchuu, hordofii taasiisuufi gabaasuu gurmeessu
Muummeewwan barnootaa manneen barnootaa yaliin keessatti
gaggeeffamu raawwii hojii torbaan torbaaniin akaakuu barnootaan
madaalanii koree sadarkaa mana barnootaatti dhaabbatetti gabaasu.
Manneen barnoota yaalii hundi garee aanaa, godina, naannoofi
Ministeera Barnoota irraa hojii hordoffiifi madaalliif deemaniif ragaa
barbaachisu kennuu.
7. Gahee hojiifi ittigaafatamummaa qaamolee barnootaasadarkaa sadarkaan jiran
1.BIIROO BARNOOTA ORMIYAA
Hojii barnoota yaalii naannoo isaa olaantummaan hogganuu
Karoora hojiirra oolmaa barnoota yaalii qopheessuun hojiirra oolchuu.
Karoora qophaa’e caasaalee naannoo gadi jiraniif gadi buusuufi hubannoo
kennuu.
Sadarkaa naannootti garee hordoffiifi deeggarsa hojiirra oolmaa barnoota yaalii
kennan dhaabuun leenjii kennuun hojii keessa galchuu.
ITTI FUF,,,
Sadarkaa naannootti koree olaanaa hogganaa BBO durfamuun raawwii hojii
barnoota yaalii hogganuufi koree teeknikaa dhaabuun adeemsa hojii barnoota
yaalii hanga dhumaatti hordofu taasisuu.
Manneen barnoota barnoonni yaalii ittigaggeeffamu waajjira barnootaa
godinaa/bulchiinsa magaalaa waliin ta’uun filachiisuun wajjiin hojjachuu
Hojii barnoota yaalii kana milkeessuuf leecalloo barbaachisu ramaduu
Hoggansa barnootaafi Barsiisota sirna barnoota haaraa barsiisaniif leenjii
kennuu.
Dokumantiiwwaniifi meeshaalee gargaraa sirna barnootaaf sadarkaa sadarkaan
barbaachisan manneen barnootaa ga’uu isaanii hordofuu.
ITTI FUF,,,
Ragaa odeeffannoon manneen barnootaa yaaliin ittigageeffamu irraa
walittiqabamu raabsuu, ragaan akka walittiqabamu gochuu.
Dokumntiiwwan barnoota yaaliin barbaachisoo ta’an dhimmamtootaaf
dhaqqabama gochuufiin galteewwan isaan irraa argaman walittiqabuu.
Ragaalee barnoota yaaliin walqabatee jiru ogeessota, barsiisota, barattootaafi
maatii irraa walittiqabuun qindeessuun garee kitaaba qopheessaniif
dabarsuun sirna barnootichaa fooyyessuu
Kitaabilee fooyya’an maxxansiisuun hojiirra oolmaa guutuu sirna
barnootichaa haaraa bara 2015tiif qopheessuu.
2. Gahee Waajjira Barnoota Godinaa/Bulchiinsa Magaalaa/Aanaa
Hojii barnoota yaalii godina/bulchiinsa Magaalaa/Aanaa isaa
olaantummaan hogganuu
Karoora hojiirra oolmaa barnoota yaalii qopheessuun hojiirra
oolchuu.
Karoora qophaa’e caasaalee barnootaa godina/aanaa jala jiraniif gadi
buusuufi hubannoo kennuu.
Sadarkaa godina/aanaatti garee hordoffiifi deeggarsa, garee hojiirra
oolmaa barnoota yaalii hordofuufi deeggaru dhaabuun leenjii
kennuun hojii keessa galchuu.
ITTI FUF,,,
Sadarkaa godinaatti/Bul.Mfi Aanaa keessatti koree olaanaa raawwii
hojii barnoota yaalii hoggganan hundeessuu.
Manneen barnoota barnoonni yaalii ittigaggeeffamu waajjira
barnootaa aanaa wajjiin ta’uun filachiisuun hojjachuu
Hojii barnoota yaalii kana milkeessuuf leecalloo barbaachisu
barbaaduun walittiqabuu hojiirra oolchuu.
Barsiisota sirna barnoota haaraa barsiisaniif leenjii kennuu.
ITTI FUF,,,
Dokumantiiwwaniifi meeshaalee gargaraa sirna barnootaaf
sadarkaa sadarkaan barbaachisaniifi biiroo barnootaa irraa ergaman
manneen barnootaa ga’uu isaanii hordofuu.
Meeshaalee ragaan odeeffannoon manneen barnootaa yaaliin
ittigageeffamuf raabsuu, ragaan akka walittiqabamu gochuu.
ITTI FUF,,,
Qaamolee dhimmamtoota barnootaatiif dokumntiiwwan barnoota
yaaliin walqabatanii jiran akka hubannoo irraa argatan
dhaqqabama gochuufiin galteewwan isaan irraa argaman
walittiqabuu.
Ragaalee barnoota yaaliin walqabatee jiru ogeessota, barsiisota,
barattootaafi maatii irraa walittiqabuun qindeessuun biiroo
barnoota oromiyaatiif dabarsuu.
Kitaabilee fooyya’an maxxanfamanii ergaman manneen barnootaa
gahanii sirni barnootichaa haaraa hojiirra oolmaa guutuu jalqabuu
isaa hordofuu.
MANNEEN BARNOOTAA
Karoora hojii yaalii sirna barnoota haara qopheessuu
Hojiin barnoota yaalii haala ga’umsa qabuun akka hojiirra oolu
Haawaasa mana barumsaaf hubannoo uumuu.
Yaalii hojiirra oolmaa sirna barnootaa haaraa (pilot Test) kallattii taa’een
raawwachuu
Guca hordoffii raawwii barnoota yaalii fayyadamuun adeemsaraawwii barnoota yaalii ilaalchisee qindeessuun torbaantorbaaniin qaama ilaallatuuf dhiyeessuu.
ITTI FUFF……
Galteewwan hojii barnoota yaalii irraa argaman taableetiittifayyadamuun karaa dijitaal teeknolojiitiin torbaan torbaaniinwalittiqabuu.
Hojiirra oolmaa sirna barnootaa haarawaa ilaalchisee duubdeebii
barsiisotaan akaakuu barnootaa irratti kenname qindessanii gara waajjira
Barnootaa Aanaa/Mul/Magaalaatti dabarsuu,
Ogeessota qaama olaanaa irraa raawwii hojii barnoota yaaliihordofuuf dhufaniif deeggarsa barbaachisu kennuufii.
Hojii galma ga’iinsa raawwii barnoota yaaliif hanga danda’ameendeeggarsa yeroofi humnaa gochuufii.
BARSISOOTA
Leenjii madaqiinsaa sirna barnootaa haaraa irratti hirmaachuu.
Hojii barnoota yaalii haala saganteeffameeniifi ga’umsa barbaachisuun
raawwachuu.
Guca hordoffii raawwii barnoota yaalii qaama olaanaan qophaa’ee gadi
bu’etti fayyadamuun adeemsa raawwii barnoota yaalii ilaalchisee
qindeessuun torbaan torbaaniin qaama ilaallatuuf dhiyeessuu.
Galteewwan hojii barnoota yaalii irraa argaman taableetiitti fayyadamuun
karaa dijitaal teeknolojiitiin torbaan torbaaniin walittiqabuu
ITTI FUFF……
Hojiin barnoota yaalii haala ga’umsa qabuun akka hojiirra oolu
barattootaafi maatii barattootaaf hubannoo uumuu.
Ogeessota qaama olaanaa irraa raawwii hojii barnoota yaalii
hordofuuf dhufaniif deeggarsa barbaachisu kennuufii.
Hojii galma ga’iinsa raawwii barnoota yaaliif hanga
danda’ameen deeggarsa yeroofi humnaa gochuufii
3. Gahee Qaama adda addaa
Brattootaa
Maatii
KBB
Dhimmamtoota Barnootaa bal’inaan barreefa keessa argatuu
6. KOREEWWAN HORDOFFIIFI DEEGGARSAA
Hojii yaalii Kitaabilee baruu-barsiisuu Sirna barnoota haaraa barnoota
waliigalaa milkeessuuf hojiileen hordoffiifi deeggarsa armaan gadii
niraawwatamu.
Koree Hojii yaalii kana Olaantummaan gaggeessu dhaabuu (Steering
Committee)
1. Sadarkaa Naannootti Miseensota;
Hogganaa BBO………………………………………………….……,.walitti qabaa
I/Antoota Qindeesiitoota Kilaastera Aadeemsawwan ijoo 3…………….Misseensa
Daarekteera Q/hojiirra Olmaa---------------------------------------------Barreessa
Koree Sadarkaa Godina / Bul.magaalaa, Aanaa fi Mana barumsaa
2.Koreen olaanaa Godina /Bul.Magaalaafi Aanaatii ijaaramuu Hogganaa/ I/A waaj …………………………………..walitti qabaa
A/Aadeemsa S/barnootaa……………--------------------.Barreessaa
A/Aadeemsaa Aadeemsawwan ijo 3 -----------------------Miseensa
3. Sadarkaa Mana Barnootaatti Dura taa’aan mana barnootichaa -------------------------Walittiqabaa
Qindeessitoonni muummeewwanii --------------miseensa
I/A/Dura Bu’aan Mana Barnootaa ---------------------barreessaa
Koree teekinikaa qophiifi hojiirra oolmaa sirna barnootaa
Koreen Biiroo Barnootaatiin
hundaa’u kun qindeessitoota
tokkoon tokkoo akaakuu
barnootaa akka miseensootaatti
kan of keessatti qabatu yommuu
ta’u hojii qophiifi hojiirra
oolmaa sirna barnootaa kan
hogganu ta’a. Koreen kun
Daayirektara Daayirektooreetii
Sirna Barnootaatiin kan
hogganamu yommuu ta’u
barreessaas niqabaata.
Qophii sirna barnootaa ilaalchisee qajeelfama keessoofi
sagantaa raawwii niqopheessa,
Waltajii marii qophii sirna barnootaa ni qopheessa
Hojiin qophii sirna barnooticha qulqulinnaan akka
qophaa’u hordofiifi deggarsa ni taasisa
Qopiin sirna barnootaa yeroo kaa’ameef keessatti akka
xumuramuf ittidhiheenyaan ni hordofa ,koree olaanaaf
yeroo yeroon raawii nigabaasa
Qophii sirna barnootaa irratti rokkoo mudatee adda
baasuun ni gabaasa , haala falii itti kaa’amuus koree
olaana S.B yaada ni dhiheessa
Dursaaan Garee Qophii Sirna Barnootaa Walittiqabaa
Ogeessonni Sirna barnootaa miseensaafi tokkoon
isaanii keessaa barreessaa ta’a .
Sadarkaa Mana Barnootaatti I/A/Dura taa’aa mana barnootaa Walittiqaba koree teeknikaa ta’a Miseensonni barsiisota akaakuu barnootaa yoo ta’an isaan keessaatokko barreessaa ta’a.
Gareen kun hojii yaalii keessatti gahee murteessa qaba
Lakk Hojiilee Raawwataman Yeroo itti
Raawwat
Qaama Raawwatu
1 Karoora Raawwii hojii barnoota yaalii iratti sirna
barnoota godinaafi magaalaa waliin mari’achuu.
Hanga 30/12/13 Caasaalee barnootaa
hunda
2 Hojii barnootaa yaalii raawwachiisuuf karoorsuu. Hanga 30/12/13 BBO,Godinaafi
bulch.magaa
3 Baajata hojiif barbaachisu adda baafachuun ramaduu. Hanga 05/13/13 BBO, Godina, Mag.
Aanaafi Mana Barnoota
4 Haala ulaagaa baheen manneen barnootaa barnoonni
yaalii ittigaggeeffamu filachuu.
Fulbaana
05/13/13
Godina/ Bulch Maga
5 Hoggansa banootaa manneen barnootaa filataman
akkasumas hoggantoota godinaafi magaalaatiif
oranteeshinii kennuu.
15-20/ 01/14 BBO, Godina, Mag.
Aanaafi Mana Barnoota
Sagantaa Raawwii Hojiirra Oolmaa Barnoota Yaalii
6 Koree olaanaa (Steering Committee)fi koree teeknikaa
sadarkaa biiroo hanga manneen barnootaatti dhaabuu.
Fulbaana
02/01/14
BBO, Godina, Mag.
Aanaafi Mana Barnoota
7 Moojuloota leenjii qopheessuu, maxxansuufi ‘soft copy’
dabalatee erguu.
Hanga 20/01/14 Ministeera Barn. fi BBO
8 Koree hordoffiifi deeggarsaa dhaabuu, dokumentii ittiin
hordofamu qopheessuun hojii qindeessuu.
Hanga 15/01/14 BBO, Godina, Mag.
Aanaafi Mana Barnoota
9 Kitaabilee barattootaafi qajeelcha barsiisotaa qophaa’an
manneen barnoota yaaliif filatamaniif maxxansiisuun raabsuu
22/01/14 BBO
10 Barsiisotaa, hoggantoota barnootaafi hojjatoota manneen
barnoota yaaliif filtaman keessatti argamaniif leenjii
madaqiinsaa kennuufii.
25-30/01/14 BBO, Godina, Mag.
Aanaafi Mana Barnoota
11 Hojii barnoota yaalii gaggeessuu 01/02/14 Godina, Mag. Aanaafi
Mana Barnoota
12 Raawwii hojii barnoota yaalii sadarkaa mana barumsaatti
madaaluun gabaasuu
Torbee torbeen Manneen Barnootaan
13 Raawwii hojii barnoota yaalii sadarkaa godinaatti ykn bulchiinsa
magaalaatti madaaluun biiroof gabaasuu
Ji’a tokko tokkoon Godinaafi
Bulch.Magaala
14 Raawwii hojii barnoota yaalii sadarkaa naannootti madaaluun
bu’aa argaman irratti hojjachuufi Ministeera Barnootaaf
gabaasuu.
Kurmaana
kurmaanaan
BBO
15 Galteewwan sirna barnootaa fooyyessuuf gargaaran walitti
qabuu.
Waggaa guutuu BBO,Godina, Mag.
M/Barn
16 Galteewwan sirna barnootaa fooyyessuuf gargaaran irratti
hundaa’uun ogeessonni kitaabilee qopheessan akka fooyyessan
gochuu.
Hanga Ebla bara
2014
BBOfi
Qopheessitoota
17 Kitaabilee barattootaafi qajeelcha barsiisotaa fooyyessuun
kaameeraa reedii gochuun maxxansa Eegalsiisuu
Caamsaa bara
2014
BBOfi
Qopheessitoota
18 Raabsa Kitaabilee barattootaafi qajeelcha barsiisotaa Eegaluu Adolessa2014
irraa egalee
BBO, Godina, Mag.
Aanaafi Mana
Barnoota
19 Barattoota kutaa 11ffaa fiildii barnoota teeknikaafi ogummaa
filachiisuun, barsiisaa qaxaruun hojii jalqabsiisuu.
Hanga 30/01/14 BBO, Godina, Mag.
Aanaafi Mana
Barnoota
20
21
Kitaabilee sirna barnootaa haarawaa qophaa’an irratti akaakuu barnootaa hundaan barsiisota,
suppervaayizarootaa, dura bu’ootaafi caasaan barnoota hundi leenjii madaqinsaa akka argatan
gochuu,
Kitaabileefi qajeelchota barsiisaa barattootaa al-idilee dabalatee BSTD irraa hamma kutaa 8ffaa
akaakuu barnootaa hunda gabbatanii qophaa’an akkaataa barattoota hunda 1:1 walgahuu
danda’uun maxxansiisuufi MBf raabsuu guutummaan hojiirra oolchuu,
22 Hojiirra oolmaa sirna barnootaa haarawaa itti dhiyeenyaan hordofuufi deeggaruu
Itti Fuff….