38
Wiirtuu mirgaafi guddina dimookirasii dhan kan qophaa’e Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

  • Upload
    others

  • View
    57

  • Download
    1

Embed Size (px)

Citation preview

Page 1: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

Wiirtuu mirgaafi guddina dimookirasii dhan kan qophaa’e

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

Page 2: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

baafataOduu sobaa01Yaadonni lamaan,odeeffanno dogoggorssuufi odeffannoo 02Oduu sobaa akkamitti adda baasu dandeenya?03Dhugaa mirkaneessuu04Maloota yookaan karaalee dhugaan itti mirkanaa’u 05COVID-19 fi oduu sobaa06Tarkaanfilee midiyaa hawaasummaa 07Dubbii jibbiinsaa08Piiyraamida dubbii jibbinsaa09Dubbii jibiinsaa akkamitti ittisna 10

@CARDEthiopiaDE

Page 3: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

Oduu sobaa yeroo jedhamu gosa oduu yookaan odeeffannoo gaafa ta’u, qabiyyeen isaas ta’e jedhee odeeffannoo jallisuun yookaan oduu kalaqaa karaalee midiyaale garragaraa fi miidiyaalee onlaayinii irrattii facaasuudha. Keesumaattuu karaalee midiiyaalee hawaasummaa ni bayyaata.

Baayinnan oduun sobaa yaada lama ofkeessatti makatee qabata. Isaanis: odeeffannoo dogogorsuu fi odeeffannoo jallisuudha.

Oduun sobaa maalidha?

@CARDEthiopiaDE

Page 4: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

Yaadonni lamaanodeeffanno dogoggorssuufi odeffannoo

22

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

@CARDEthiopiaDE

Page 5: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

Odeeffannoo dogoggorsuu

Odeeffannoo jallisuu

Jechuun odeeffannoo dogoggoraan tatamsa’e yeroo ta’u, haa ta’u malee namni tatamsaasee sun dhugaadha jedhee amana.

Jechuun sobaa ta’uunsa osoo beekamuu odeeffannoo sobaa tamsaasisuudha. Odeeffannoon akkana kun sobaa itti yaadameefi karoorfamee yeroo ta’u, odeeffannon kunis kaayyoo hamaa namoota qabaniin tamsaa’ina odeeffannoo sobaa taasifamudha.

@CARDEthiopiaDE

Page 6: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

Odeeffannoo faaluuJechuun odeeffannoo sobaa dogoggoraan tatamsa’e yeroo ta’u, haa ta’u malee namni tatamsaasee sun dhugaadha jedhee amana.

burqaa: firstdraftnews.org@CARDEthiopiaDE

Sobaa

Odeeffannoo dogoggorsisuu walittii dhufeenya sobaa qabiyyee dogogorsisaa

Odeeffannoo jallisuutarjaa sobaa

maalumma sobaa qabiiyyee jaallatee

qabiyyee oomishamee

Miidhuuf yaaduu

Odeeeffannoo faaluu

(xiqqoo) dhugaa (xiqqoo) tuffii

(xiqqoo) jibbiinsaa

Page 7: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

Oduu sobaa akkamitti adda baasu dandeenya?

@CARDEthiopiaDE

Page 8: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

Eenyuun bareefamee?Baayinaan eergaaleen sobaa (keesumayyuu nama biraarra kan dadarbaan) eeynuun akka barreeffaman hin ibsan. Eenyuun akka barreeffaman yoo hin beekne akkamiin amanuu dandeenya?

Ergaan sun eenyuun akka barreeffamee osoo hin mirkaneessiinifi eessa akka dhufee yoo hin beekne- of eega!

Oduu sobaa akkamitti adda baasu dandeenya?

burqaa: africacheck.org@CARDEthiopiaDE

Page 9: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

Oduu sobaa akkamitti adda baasu dandeenya?

Dubbii jedhamee mirkaneessuu dandeessu?

Ergaaleen sobaa bay’een maddaa hin ibsaan yookaan yoo ibsaniis maddoota hin amaanamnee karaalee

tamsa’ina oduu kalaqaa fayyadamuu. Tamsaastoonni oduu sobaa tokko tokko dhugaa akka ta’e ni

dubbaatuu garuu kana wari jedhan sobaa

dubii jedhaamee osoo hin batin buraqa isaa of akaa eganii.

burqaa: africacheck.org

whois.com/whois weebsaayitiin kun karaa duubaa eenyu akka jiru beekuuf nu gargaara.

@CARDEthiopiaDE

Page 10: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

Oduu sobaa akkamitti adda baasu dandeenya?

Odeeffannoon kun miirri akkamii akka isinitti dhagahamu godha?Karaa masaarsareettii (onlaayinii) irratti dhimmoonni baay’inaan maxxanfaman kan dheekamsiisan yookiin mata duree miira nama miidhaan yeroo ta’an; amantadhan, qomoodhan, gosaan yookiin bakka amantaa fi qomoo irratti miidhaan akka ga’uu kakaasuun fi kkf…fi fakkiilee, fakkilee sosocho’an fi sagalee walitti ni qabata. Odeenfannichi kan nama sodaachisuufi nama naasisu akkasumas fakkii nama naasisu yookiin fakkilee sosocho’an kan qabate yoo ta’e of-eeggadha.

burqaa: africacheck.org@CARDEthiopiaDE

Page 11: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

Oduu sobaa akkamitti adda baasu dandeenya?

Kan uumame akka hin taane mirkaneeffattaniittuu?Itiyoophiyaa keessatti odeefannoo mirkanaa’eefi amansiisaa akkasumas kan walitti dhiyaatu, seeraa qabeesaa fi yeroo isaa kan eeggate argachuuf yoo cimeyyuu odeeffannoo tokko 100% amansiisa yoo hin taane namoota biraaf akka hin dabarsine.

Ammas ergaa hin mirkaneeffanne nama biraaf akka hin dabarsine-of-eeggadhaa.

burqaa: africacheck.org@CARDEthiopiaDE

Page 12: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

Osoo hin ergiin dursa kana adda baafadhaOdeefannicha tamsaasuu keessan dursa, kan sirraa’e yookiin kana dura haala biraafi iddoo biraa irratti kan uumame sun sirraa’ee kan dhiyaate akka hin taane mirkaneeffadhaa.

Warreen kana haa fayyadamnu TinEye, Exif data viewer, Google reverse image search

@CARDEthiopiaDE

Page 13: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

Dhugaamirkaneeffachuu

@CARDEthiopiaDE

Page 14: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

Dhugaa mirkaneeffachuu

Xumura barbaachisaa ta’eefi sirri ta’e argachuuf ergaa tokko irra caalaa isaa yookiin fakkii sirrii inni qabu adda baafachuu fi odeeffannoo daddabarsan qabiyyee sirrii fi burqaa isaa adda baafachuun dhugaa sana mirkaneefachuufi adda baasuu keessatti of-argachuu dandeenya.

burqaa: UNESCO@CARDEthiopiaDE

Page 15: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

Dhugaa mirkaneeffachuuHaala amma jiru irra kan ka’e dhugaan kan mirkaneeffamu keessaa karaan inni guddaan dhugaa ta’uunsaa osoo hin beekamin tamsa’uu isaan dursa ta’uu kan qabu yoo ta’eyyu amma garuu uummata bira erga gahee booda dha.Wantoonni dhugaa mirkaneefachuuf nu gargaaran kanneen akka “ex-post”namootni polotikaa fi namootni beekamoo ibsa laataniif dhugumummaafi itti gaafatamummaa akka qabaatan gochuuf kan tattaafatudha. Odeeffannoon uummataaf yeroo bahutti namootni hojii dhugaa mirkaneeffachuu fi adda baasu irratti bobba’an madda dursaa fi beekama ta’e ilaaluun wanta jedhame ni jabeessuu (ni mirkaneessu) yookiin ni mormu.

burqaa: UNESCO@CARDEthiopiaDE

Page 16: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

• Gaafilee barbaachisoo gaafachuu• Meeshaalee mirkaneeffannaa

fayyadamuu

• Qabiyyeen sun kan jalqabaa fi barbaachisaadha, yookin gabaasaalee kanaan dursa bahan kakkutameefi sirraa’ee akkaataa dogogorsuun kan taa’e dha?

• Karaa diijitaalaa qabiyyeen isaa dhiibbaan itti uumameera?

• Burqaalee qabiyyee isaa irratti argaman fayyadamuun iddoo fi sa’aatii fakkii fi fakkii socho’uu mirkaneeffachuu dandeenya.

Mallattoo akeekachiisaa”n mala salphaan karaa itti mirkaneefannu

@CARDEthiopiaDE

Karaalee amansiiisummaa burqaalee mirkaneefachuuf gargaaran

www.cardeth.org

Page 17: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

• Iddo dogoggoraa/yeroo dogoggoraa

Yeroo ammaa Itiyoophiyaa keessa haala jiruun yaada fakkii ture yaada ibsuun ala yaada haaraan jijjiiruun akka haaraatti hiruun qabiyee barame karaa dogoggorsuuti.Irra caalaan osoo itti hin yaadamiin hirmaata godhamuun gara dugdaduubaatti deebi’anii sirreessuuf kan cimu ta’a.

Mallattoo akeekachiisaa”n mala salphaan karaa itti mirkaneefannu

burqaa: UNESCO@CARDEthiopiaDE

Page 18: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

• Qabiyyee jal’ate

Sooftweerii fakki yookiin fakkii socho’aa walcaalsisu fayyadamuun qabiyyee tokko karaa dijitaala ta’een sirreesuu yookiin jijjiiruu jechuudha.Fakkeenyaaf yeroo dhiyoo keessatti yunivarsiitota keessatti dhiphiinaa fi lola uumameen walqabatee fakkilee gadhiifaman ilaaluu ni dandeenya.

burqaa: UNESCO@CARDEthiopiaDE

Mallattoo akeekachiisaa”n mala salphaan karaa itti mirkaneefannu

Page 19: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

• Qabiyyee karoorfame Itti yaadamee fi itti karoorfamee dogoggorsuuf kan uumame yookiin qabiyyee hiramedha.

burqaa: UNESCO@CARDEthiopiaDE

Mallattoo akeekachiisaa”n mala salphaan karaa itti mirkaneefannu

Page 20: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

burqaa: UNESCO@CARDEthiopiaDE

Dhugaa mirkaneeffachuu

-Eeksi-poostiin (Ex-post) faayidaa hawaasaaf qabu irratti kan hundaa’e-qaamolee mootummaa, beektotaa fi ogeessota irraa odeefannoowwan dhufan irratti kan hundaa’e

-Gudunfa sirrii gaaffilee murtaa’an irratti hundaa’e

-Eksi antee (Ex ante) irra caalaatti UGC

odeeffannowwan dursan kan barbaadu yeroo ta’u ragaa ija irraafi karvarii

ji’olokeeshinii fakkii fi kkf maxxanfamee kan

tatamsa’e yookiin gabaasa oduu dhaabbatee yookiin

bahii argamu

(oduu sobaa fi oduu uumamuun baay’inaan

tatamsa’u)

Maqeessuu Mirkaneessuu

Page 21: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

Maloota yookiin karaalee dhugaan itti mirkanaa’u

@CARDEthiopiaDE

Page 22: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

Maloota yookiin karaalee dhugaan itti mirkanaa’u

Riversi imeegi Yuutuub daataa viweerii Egziif viweerii Mantagoon fakkilee barbaadu

teeknolojii fayyadamuun fayiloota fakki fuudhee galchuun bu’aa fakkilee

walfakkaatan agarsiisa. Google Reverse Image Search,

TinEye, yookiin RevEye, warra kana keessaa tokkoo isaa fayyadamuun fakkii tokko haala biraaf yookiin

gaaffii biraaf akka haaraatti (Recycled) fayyadamuufi fayyadamuu

dhiisuu isaa adda baasuun ni danda’ama

Fakkii sosocho’u tokkoof haala duraa yookiin aploodii ilaaluuf kan

dandeessisu “montangoo fakki sosocho’u (Reverse video search)

nama hundaaf kan oolu osoo hin jiru ta’eeyyu akka Amnesty’s YouTube Data Viewer, InVID fi NewsCheck

ttambinayilisii fayyadamuun fakkiiwwan sosocho’an kan yuutuubii

irra cuqaasuu isaanii agarsiisuu danda’a.

Malli akkanaa kun daataa baay’ee bilbilaa fi kaameeraa diijitaalaa

achumatti haalli sun gaafa uumamu kan ka’aniifi kan uumaman

fakkiiwwan qabiyyee fakkii waliin walqabatee meeggaa daataa

argamudha.Warri kunis ofkeessatti sa’aatii fi iddoo sirrii ta’e, meetaa daataa iddoo, daataa divayisii fi

odeeffannoo yoomeessa ifaa qabatu.

@CARDEthiopiaDE

Page 23: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

• Riversi imeegi (REVERSE IMAGE)

Mantagoon fakkilee barbaadu teeknolojii fayyadamuun fayiloota fakki fuudhee galchuun bu’aa fakkilee walfakkaatan agarsiisa.

Google Reverse Image Search, TinEye, yookiin RevEye, warra kana keessaa tokkoo isaa fayyadamuun fakkii tokko haala biraaf yookiin gaaffii biraaf akka haaraatti (Recycled) fayyadamuufi fayyadamuu dhiisuu isaa adda baasuun ni danda’ama.

Maloota yookiin karaalee dhugaan itti mirkanaa’u

Montaangoon barbaachaa riivarsii imeejii fakkii ture tokko daataa beezii fakkii of keessatti fakkiiwwan tokkoofi kuma baay’eetti lakkaawaman keessaa baasuun ni agarsiisa.

@CARDEthiopiaDE

Page 24: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

Yuutuub daataa viweerii(YOUTUBE DATA VIEWER)

Malootni/karaaleen kunneen sa’aatii sirrii fakkichi itti cuqaasame ni agarsiisu

Fakkii sosocho’u tokkoof haala duraa yookiin aploodii ilaaluuf kan dandeessisu “montangoo fakki sosocho’u (Reverse video search) nama hundaaf kan oolu osoo hin jiru ta’eeyyu akka Amnesty’s YouTube Data Viewer, InVID fi NewsCheck tambinayilisii fayyadamuun fakkiiwwan sosocho’an kan yuutuubii irra cuqaasuu isaanii agarsiisuu danda’a.

Maloota yookiin karaalee dhugaan itti mirkanaa’u

@CARDEthiopiaDE

Page 25: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

• Egziif viweerii (EXIF VIEWER)Malli akkanaa kun daataa baay’ee bilbilaa fi kaameeraa diijitaalaa achumatti haalli sun gaafa uumamu kan ka’aniifi kan uumaman fakkiiwwan qabiyyee fakkii waliin walqabatee meeggaa daataa argamudha.Warri kunis ofkeessatti sa’aatii fi iddoo sirrii ta’e, meetaa daataa iddoo, daataa divayisii fi odeeffannoo yoomeessa ifaa qabatu.

Maloota yookiin karaalee dhugaan itti mirkanaa’u

Rakkoon eegziif daataa irra caalaan isaa qabiyyeewwan fakkiisaa miidiyaa hawwasummaatti ni daangeffamu, isaan keessaas tiwiitarii yookiin feesbuukii irratti fakkiiwwan hiraman egziif daataa hin agarsiisan. Kan sirraa’an/kan jijjiiraman waan ta’aniif mirkaneeffannaa dabalataa ni gaafatu.

@CARDEthiopiaDE

Page 26: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

COVID-19 & oduu sobaa

@CARDEthiopiaDE

Page 27: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

COVID-19 maalidha?Dhukkubni vaayirasii koronaa (covid-19) ka’umsi isaa argama haaraa kan ta’e

sanyii vaayiraasii koroonaati. Kunis gosa vaayirasii haaraa yoo ta’u Sarsii (SARS) fi vaayirasoota utaalloo tokko tokko faana qomoo/maatii walfakkaataa hirmata.

Gabaajeen Covid jedhu kan bakka bu’u; Co-Koronaa kan jedhu bakka bu’uf yoo ta’u, VI-Vaayirasii kan jedhu yoo bakka bu’u, D(DI)-Divis yookiin dhukkuba kan jedhu ibsa.Bakka bu’insa kana dura 2019eenkoov(2019nCov)yookiin 2019

noovuul koronaa vaayiras jedhamee waamama ture. Dhukkuba kanaan namootni qabaman dhukkuba qaama hargansuu gadaanaa yookiin giddu galeessa ta’etu itti dhagahama kanaanis gargaarsa yaalii adda ta’e tokko malee bayyanachuu ni danda’ama. Namootni umuriin isaanii deemee fi dhukkuboota biroo namootni

qaban ciminaan dhukkubsachuu danda’u; ibsaan keessaas dhukkuba sukkaaraa, dhukkuba onnee fi ujummoo dhiigaa, dhukkuba qaama hargansuu cimaa

akkasumas dhukkuba kaansarii warri qaban keessatti argamu.

COVID-19 & oduu sobaa

France24Source: WHO &@CARDEthiopiaDE

Page 28: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

• Tarkaanfilee midiyaalee hawaasummaaGoogle akka beeksiseetti gareewwan sa’aatii 24 hojjetan gabaasalee mudatan (a 24-hour incident response team) ilaalani qopheessun odeeffanno dogoggoraa kamiyyuu barbaacha montaangoo fi yuutuubii irra akkasumas fayyadamtootni odeeffanno barbaadan weebsaayitii dhaabbata fayyaa adduunyaa irraa waa’ee dhukkuba koronaa akka argataan odeeffannoo ni dhiyeessa. Yuutuubiin fakkiiwwan sosocho’an pilaat foormii isaa iraa kan kaaseyoo ta’u feesbuukiinis plaatfoormii isaa irra iinstaagiraamii dabalatee dhukkuboota ajajamaniif faayidaa irra akka ooluuf maxxansaawwan (poostota) yeroo maxxanfamanitti plaatfoormii isaa irra balleesseera.

COVID-19 & oduu sobaa

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

France24burqaa: @CARDEthiopiaDE

Page 29: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

Itiyoophiyaa keessatti odeeffannoowwan mirkanaa’an dhibee vaayirasii koronaa waliin walqabatan saayitootni(sites) irraa

argannu kanneen armaan gadiiti;

COVID-19 & oduu sobaa

Ministry of Health - Ethiopia Website

Lia Tadesse Facebook Page

Ethiopian Public Health Institute Facebook page

UNICEF - Ethiopia

World Health Organization African Region

Africa CDC, UNICEF

World Health Organization Ethiopia

@CARDEthiopiaDE

Page 30: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

Dubbii jibbinsaa

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

@CARDEthiopiaDE

Page 31: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

• Dubbii jibbinsaa maalidha?Dubbii jibbinsaa jechuun nama tokko irratti yookiin garee murtaa’e irratti kan xiyyeeffate, sanyii, saba, saala fi kkf irratti hunda’uun jibbinsa, loogii, yookiin ibsa miidhaa jajjabeessu gaggeessuu jechuudha. Hammeenyii dubbii jibbinsaa kutaalee adduunyaa baay’ee keessatti kan beekame yoo ta’ilee taateewwan gadisiisaas kan ofduuba hiriirsedha.

Dubbii jibbinsaa

burqaa: Article 19@CARDEthiopiaDE

Page 32: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

@CARDEthiopiaDE

Piiyraamida dubbii jibbinsaa

Ajjeechaa, qabeenya barbadeessu, shororkeessuu, miidhaa walqunnamtii-saala, balleessuu, sodaachisuu, wanta afuurawaa

ta’een salphisuu

Karaa dhokataa ta’een ta’e jedhanii sanyii namaa balleessuu/duguuguu

Duguuggaa Sanyii

Gochaa lolaa

Gocha adda baasu

Gocha jibbiinsa duuchaa

Gocha loogii

Naannoo mana jireenyaatti, mana barnootaatti, bakka hojii qacaramanitti,

naannoo bakka jireenyaa hawaasummaatti ta’e jedhanii adda baasu

Yakkamsiisa dogogoraa, tuffaachuu, amala miti-namoomaa, salphiisuu/

maqaa hin taane kennuu/ maqaa hin taaneen waamu

Qoosa, baaltii, yaada biraa fudhachu dhabuu, diinuumman,

yaada dhimma hin qabne fi qooqa hammataa hin taane

Page 33: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

Osoo hin ergiin dursa kana adda baafadha/hubaadha

HAALHOJII DUBBATAA/TTUU

GAHUMSA DUBBICHAA

• Haalhojiin dubbaataan/ttuun irra jirtu hammam dubbicharratti dhiibbaa qaba?

• Namootni kun kan dhagaa’amu/dhaga’amtuu moo kan irraanfatamuu/tudha?

• Dubbichi dandeettii hammam waliin ga’u qaba?• Yaadrimni amalaa irratti ni argamaa?

@CARDEthiopiaDE

Page 34: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

KAAYYOO DUBBICHAA

QABIIYYEE DUBBICHAA

• Dubbichi dubbattoota fi feedhii isaanii akkamiin fayyada?

• Dubbichi hamaadha?

• Dubbichi miidhaa geessisuuf kan xiyyeeffatedha?

• Waarreen kaan irratti miidhaa kakaasuu danda’a?

@CARDEthiopiaDE

Osoo hin ergiin dursa kana adda baafadha/hubaadha

Page 35: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

Check this before you share

HAALHOJII NAANNOO ISA JIRAN• Sababa dubbichaa gareen/qaamni dhiibbaan

irra ga’u jiraa?

• Seenaan walitti-bu’insaa yookaan loogii jira?

@CARDEthiopiaDE

Page 36: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

Dubbii jibbiinsaa akkamiin ittisnu?

??

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

@CARDEthiopiaDE

Page 37: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

NOHATE

SPEECH

Dubbii jibbiinsaa akkamiin ittisnu?Yagutoomeessu /share/ dhisuudhaafi riipoortii gochuun dirqama keessan baha

Battaalumaattii yagutooma/share/ gochuu irra of qusadhaa

Ittii yaadudhaaf yeroo fudhadhaa

Ittii yaadudhaaf yeroo fudhadhaa, fayyaadamaa sararaa masaarsareettii ittii gaafatamummaa qabu ta’uudhan duubbii jibbiinsa miidiyaale hawaasummaa irratti argaman

www.cardeth.org

Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo sobaa

@CARDEthiopiaDE

Page 38: Qajeelfama farra dubbii jibbiinsaa fi odeeffannoo · 04 Dhugaa mirkaneessuu Maloota yookaan karaalee 05 dhugaan itti mirkanaa’u 06 COVID-19 fi oduu sobaa Tarkaanfilee midiyaa 07

TEESSOO Wiirtuu Guddiina mirgaa fi dimookiraasii

Imeeylii: [email protected]: 30174

Addis Ababa, Itiiyoophiyaa

Addollessa, 2012

www.cardeth.org