Upload
others
View
3
Download
0
Embed Size (px)
Citation preview
Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa
Sochii Dargaggoota Biyyoolessaa, National Youth Movement for
Bilisummaa fi Dimokraasiif(SDBBD) Freedom and Democracy (NYMFD)
Sadaasa 9, Guyyaa FDG Ilaalchisee Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Finfinnee,Oromiyaa
Gabaasaa Galmee Sabboontota Oromoo Kanneen Bara Tokko Keessatti
Hidhaman,Ajjeefamanii fi Bakka Buuteen Isaanii Dhabamee.
( Sadaasa 2012 Irraa Hanga Sadaasa 2013)
Uummatni Oromoo sirna bittaa Wayyaaneef tole jedhee guyyaatti gabrummaa of irratti ilaale hin qabu.
Uummanni Oromoo diddaa sirna cunqursaa kanaaf wareegama baroota 21 keessatti baase kan lakkaawamee
dhumu miti. Oromiyaa keessatti sabboontota gaaffii mirgaa kaasan yeroo irraa yerootti mootummaa
Wayyaaneen adamfamanii mana hidhaa adda addaa keessatti ugguramuun aadaa bulchiinsa EPRDF ta’uun
beekama.
Bara tokkoo as Sadaasa9,2012 irraa eegalee hamma Sadaasa 9,2013 waggaa tokko keessatti sabboontotiin
Oromoo FDG gaggeessaa jirtu jechuun mana hidhaatti ukkaamfaman lakkoofsaan hedduu ta’anis, gariis
ajjeefamanii,gariin ammoo bakka buuteen isaanii dhabame. Walumaa gala Sadaasa 9/2012 irraa hanga sadaasa
9/2013tti FDG hedduun guutuu biyyaatti gaggeeffamaa bahe. Wayyaaneenis darara hidhaa fi ajjeechaa
gaggeessaa ture. Bara kana keessa qabsoo bilisummaa Oromoof jechaa kanneen hidhaman, ajjeefaman
yaadachuu fi sabni keenya adduunyaa irra jiru mirga qabsaawota kanaa bakka hundatti akka falmuuf jecha
Sochiin Dargaggoota Oromoo Biyyoolessaa(Qeerroo Bilisummaa) galmee qabsaawota hidhamanii,ajjeefamanii
fi bakka buuteen isaanii dhabamanii yeroo fi bakka irraa hidhaman waliin akka armaa gadiitti gabaasa.
Ilmaan Oromoo Godina shawaa lixaa aanaa Ejeree keessatti gaaffiilee abbaa biyyummaa gaafattan jedhamuun
hojii irraa dhorkaman ( sadaasa 11-2012)
1.Obbo Girmaa Araarsaa Gargaaraa Hakiima beeyladaa aanaa Ejeree
2.Obbo Abbabaa Giddiiraa gargaaraa Hakiima beeyladaa aanaa Ejeree
3.Obbo Dhaqqabaa Tafarraa Gargaaraa Hakiima Beeylaa
Godina Iluu abbaa Booraa aanaa aanaa Cooraa keessatti gaaffiilee mirgaa gaafataman ABO waliin tahuun kan
qindeessu sidha jechuun Barsiisaa Abbabaa Takkaa mana hidhaatti wayyaaneen ukkaamsitee turte. (Sadaasa 14-
2012)
Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa
Gaaffiiwwan mirgaa itti fufinsaan Yuunivarsiitii keessatti gaafatamaa tureen wal qabatee ilmaan Oromoo
Yuunivarsiitii Madda walaabuu isin jibbinsa mootummaa wayyaanee qabdu jechuun Yuunivarsiitii irraa
arii’amanii jiran. (Sadaasa 15-2012)
Lakk Maqaa Muummee fi
waggaa
barnootaa
Hamma
adabbii
Naannoo
dhalootaa
Umrii
1 Barataa
Abdiisaa
Dagafaa
Health officer
3ffaa
Waggaa 2f
arii’ame
Bishooftuu 23
2 Barataa
Biiniyaam
Garramuu
Dheeressaa
‘’ Waggaa 3f
arii’ame
Walisoo 22
3 Barataa
Daagim
Yittaagezuu
‘’ Waggaa 2f
arii’ame
Jijjigaa 21
4 Barataa
Jireenyaa
Namoomsaa
‘’ Waggaa 1f
arii’ame
Horro Guduruu
Fincaa’aa
21
5 Barataa
Yaared
Argataa
‘’ Waggaa 1f
arii’ame
Asoosaa
wambaraa
22
6 Barataa
Waaqoo
Waariyoo
‘’ Waggaa 1f
arii’ame
Shaashimannee 23
7 Barattuu
Betseggaa
Waldee
‘’ Waggaa 1f
arii’ame
Adaamaa 22
8 Barataa
Liiban
Galaalchaa
‘’ Waggaa 1f
arii’ame
Hawaasaa 23
Godina shawaa lixaala Amboo keessatti barataa Abdii Bilisummaa barataa kutaa 11ffaa kan tahe maaliif maqaa
kana baafatte jechuun mana hidhaatti ukkaamsan. (Sadaasa 25-2012)
Mootummaan wayyaanee ilmaan Oromoo dhimma shororkeessummaan yakkuun mana hidhaatti ukkaamse. (
sadaasa 28-2012) Ilmaan Oromoo kunneen
1. Sheik Ahmed Siraaj qotee bulaa
2. Obbo Adnaan Mohaammed Ismaa’el
3. Obbo Juhaar Sayid
4. Obbo Kamaal Usmaan Faarih
Yuunivarsiitii Arbaaminc keessatti aadaa fi duudhaa ilmaan Oromoo guddisuu waliin wal qabatee shira
mootummaan wayyaanee uumte barattootni dura dhaabbatan. Barreessaan Fiilmii Handarii Zannabaa Warquus
hidhame. (Mudde 01- 2012)
Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa
Godina shawaa lixaa aanaa Calliyaa mana barumsaa Geedoo keessatti barattootni Oromoo maqaa ABOn
arii’aman. Barataa Tsaggaayee Kabbadaas waggaa 2f arii’ame ( Mudde 02- 2012)
Godina Horroo Guduruu wallaggaa keessatti qotee bultootni Horroo gaaffii abbaa biyyummaa gaafachaaa
turaniin gatiin beenyaas dhorkatamuun maatii isaanii waliin rakkoof saaxilaman.(Mudde 08- 2012) Kunneen
1. Maatii obbo Bojaa Toleeraa',
2. MaatiiObbo Nagaasaa Duressaa,
3. Maatii Obbo Nugusaa Duressaa
4. Maatii Obbo Filee Galataa,
5. Maatii Obbo Mulugeetaa Kumsaa
Godina Shawaa bahaa magaala Bishooftuu keessatti ilmaan oromoo hojii dhabdummaan rakkatan isin
miseensota ABO jedhamuun mana hidhaatti ukkaamsaman ( Mudde 11- 2012)
1.Dargaggoo Wayyeessaa Guddataa Tuulii dhalootaan wallagga
bahaa,sadarkaa barnootaa digirii management
2.Dargaggoo Abdu Mohaammed dhalootaan Harargee Mi’eessoo,sadarkaa
barnootaa digirii 1ffaa accounting
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa waarshaa sukkaaraa Fincaa’aa keessatti ilmaan Oromoo sababa
Oromummaa isaaniin yakkamuun mana hidhaatti ukkaamsaman.Isaanis ( Mudde 17, 2012)
1. Girmaa Waayyuu itti gaafatamaa maachinery waarshaa
2. Namee Galataa
3. Jibriil
Abbaan Qabeenyaa Koollejjii Odaa Bulluq Obbo Abbabaa Haayiluu mootummaa wayyaaneen sababa
Oromummaa qofaan yakkamuun maa’ikelaawwiitti darbame( Mudde 19, 2012)
Godina Wallaggaa lixaa aanaa Ayiraa keessatti dargaggootni Oromoo isin miseensa qeerrooti jedhamuun
yakkamanii hidhaman. Gariin qorannoon rakkatan. ( Mudde 29-2012)
1. Barakat Efreem
2. Taarikuu Abarraa
Naannoo uummattoota Kibbaa keessatti mootummaan wayyaanee daraggota sabawwan Cunqurfamaa Sidaamaa
fi ilmaan Oromoo mootummaa wayyaanee dura dhaabbattan, Qeerroo Oromoo waliin quunnamtii qabdu
jedhamuun mana hidhaa mootummaaa wayyaaneetti ukkaamsaman. Gariitti ammo murtii dabaa dabarsan (
Mudde 23-2012)
Lakk Maqaa Teessoo Hojii lammii
1 Darajjee Kuusaa Harbegoonaa Hojjetaa
mootummaa
Oromoo
2 Libano
Laammessoo
Hawaasaa Hojjetaa qonnaa Sidaamaa
3 Miishoo Dalasaa Hawaasaa Hojjettuu
mootummaa
Sidaamaa
Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa
4 Warquu
Alamaayyoo
Harbegoonaa Hojjetaa
mootummaa
Oromoo
1.Obbo Araggaa Tasfaayeetti hidhaa waggaa 6
2. Obbo Shibbiquu Maganee hidhaa waggaa 5
3.Obbo Indiriyaas Guugaa hidhaa waggaa 6 fi walakkaan adabee jira.
Mootummaan Wayyaanee barattoota Oromoo gaaffii mirgaa gaafattan jechuun Yuunivarsiitii Finfinnee keessaa
mana hidhaatti ukkaamsite. Garii ammoo barnoota irraa ariite. Kaan bakka buuteen isaani dhabame( Amajjii 06-
2013)
Lak
k
Maqaa Umri
i
Lammumma
a
Muummee
Barnootaa
Wagga
a
Lakk
Doormii
Naannoo Godina
1 Abdiisaa
Balaachoo
Taaffasaa
21 Oromoo Civil
Engineerin
g
3 217 Oromiya
a
Wallagga
2 Abbabaa
Gaddafaa
Baayisaa
21 Oromoo Biology 2 128 Oromiya
a
Amboo
3 Gaaddisaa
Taaddasaa
Fufaa
20 Oromoo Chemistry 1 New Saba
311
Oromiya
a
Wallagga
4 Lammaa
Caalaa
Duumessaa
20 Oromoo Biology 1 New Saba
221
Oromiya
a
Walisoo
5 Dabbabaa
Addeessaa
Muushaa
20 Oromoo Geology 1 224 Oromiya
a
Sabbataa
6 Gaaddisaa
Abarraa
22 Oromoo Geology 2 013 Oromiya
a
Wallaggaa
7 Taaddalaa
Taarraqaa
Lammii
23 Oromoo Geology 3 105 Oromiya
a
Wallaggaa
8 Gaarii
Tollinaa
Waaqjiraa
22 Oromoo Geology 2 013 Oromiya
a
Wallaggaa
Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa
9 Hamid
Musxafaa
22 Oromoo Physics 1 310 Oromiya
a
Wallaggaa
10 Sanyii
Dagafaa
Duuressaa
22 Oromoo Maths 2 034 Oromiya
a
Amboo
11 Baqqalaa
Abdiisaa
Amanuu
21 Oromoo Electrical
Engineerin
g
3 918 Oromiya
a
Shawaa
kaabaa
12 Abdullaah
Eliyaas Turii
20 Oromoo Maths 2 122 Oromiya
a
Arsii
13 Dammaraa
Balaay
Guddataa
22 Oromoo Earth
Science
3 329 Oromiya
a
Wallaggaa
14 Malaakuu
Girmaa
23 Oromoo Biology 2 487 Oromiya
a
Walisoo
15 Xayib
Teessoo
Wayyeessaa
20 Oromoo Biology 1 New Saba
246
Oromiya
a
Arsii
16 Hangaasuu
Ittaanaa
20 Oromoo Earth
Science
1 New Saba
228
Oromiya
a
Wallaggaa
17 Abdataa
Guddataa
Lamuu
22 Oromoo Earth
Science
3 105 Oromiya
a
Wallaggaa
18 Abbabaa
Ayyalaa
Asaffaa
19 oromoo Geology 1 222 Oromiya
a
Sabbataa
19 Olaanaa
Tamasgeen
Aagaa
20 oromoo Electrical
Engineerin
g
3 126(Kiilo
o 6)
Oromiya
a
Wallaggaa
20 Iyyaasuu
Tamasgeen
Faxxanaa
20 Oromoo Civil
Engineerin
g
3 932 Oromiya
a
Wallaggaa
21 Aannillay
Alamaayyoo
22 Amaara Biology 2 221 Amaaraa Awwizoo
Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa
Admaasuu
22 Dibaabaa
Birbirsoo
Guutamaa
21 Oromoo Earth
Science
2 New Saba
112
Oromiya
a
Amboo
23 Fiqaaduu
Warquu
Magarsaa
25 Oromoo Chemisty 3 304 Oromiya
a
Amboo
24 Adnaw
Tasfaayee
Awwasuu
20 Amaara Computer
Science
2 New Saba
016
Amaara Bichenaa
25 Indaaloo
Balaay
Shittaa
20 Amaara Maths 2 New Saba
018
Amaaraa Qaarittii
26 Huseen
Ahmad
19 Oromoo Biology 1 227 Oromiya
a
Baalee
27 Yoonas
Diinaa
Baarkessaa
22 Oromoo Chemistry 2 322 Oromiya
a
Wallaggaa
28 Arjaa
Toleeraa
Irranaa
20 Oromoo Physics 1 New saba
322
Oromiya
a
Wallaggaa
29 Lammaa
Amanuu
Addunyaa
20 Oromoo Biology 1 New saba
318
Oromiya
a
Amboo
30 Quufaa
Hambaa
Obsii
20 Oromoo Biolgy 1 New saba
223
Oromiya
a
Arsii
31 Qannoo
Mokonnin
Galataa
20 Oromoo Computer
Science
1 New saba
311
Oromiya
a
Wallaggaa
32 Ayyaalaa
Biraanuu
Bayyanaa
22 Amaara Geology 3 123 Amaaraa Awwiizoon
Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa
33 Ifaa Kumsaa
Mul’ataa
20 Oromoo Geology 1 New saba
22
Oromoo Sabbataa
34 Naanboonii
Taammiruu
Dirribaa
20 Oromoo Geology 1 New saba
307
Oromoo Sabbataa
35 Yeroosan
Urgeessaa
Caalaa
22 Oromoo Accounting 1 FB 143 Oromoo Walisoo
36 Abaataa
Guddinaa
Abboomaa
22 Oromoo Civil
Engineerin
g
3 932 Oromiya
a
Shawaa
bahaa
37 Dasaalee
Akkasaa
Qalbeessaa
21 Oromoo Earth
Science
2 New saba
012
Oromiya
a
Wallagaa
38 Abbabaa
Garramuu
Gassasee
25 Amaara Chemistry 3 402 Amaaraa Laalibaa
39 Mulunaa
Gammachuu
Qabataa
22 Oromoo Civil
Engineerin
g
3 New saba
117
Oromiya
a
Walisoo
40 Taajuddiin
Abdulaxiif
22 Oromoo Statics 2 202 Oromiya
a
Harargee
41 Taaddalaa
Indaashaw
Hundeessaa
24 Oromoo Earth
Sciece
4 301 Oromiya
a
Baakkoo
42 Siisay
Fayyisaa
20 Oromoo Maths 3 120 Oromiya
a
Limmuu
43 Kobbaayyee
Wandimmo
o Tasamaa
20 Tigiree Maths 2 031 Tigiray Koram
44 Abdataa
Taayyee
Mul’ataa
22 Oromoo Biology 1 333 Oromiya
a
Warra
Jaarsoo
Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa
45 Biraanuu
Mokonnin
Alamuu
21 Amaaraa Maths 2 New
saba101
Amaaraa Debremarko
s
46 Tarreessaa
Nagaasaa
Nagaraa
22 Oromoo Chemistry 3 025 Oromiya
a
Shawaa
bahaa
47 Ayinaalam
Mokonnin
Dinquu
19 Oromoo Statics 3 205 Oromiya
a
Gudayyaa
Biilaa
48 Tamasgeen
Maaruliny
Tasammaa
20 Amaaraa Chemistry 2 320/402 Amaaraa Saayint
49 Lalisaa
Biqilaa
Duuressaa
20 Oromoo Maths 1 221 Oromiya
a
Horroo
Guduruu
50 Misgaanaa
Awwaqee
G/Hiwot
22 Amaaraa Statics 2 402/210 Amaaraa Gonder
51 Amsaaluu
Abdataa
Kabbadaa
20 Oromoo Geology 1 402/18 Oromiya
a
Horroo
Guduruu
52 Malkaamuu
Mulgeetaa
Kaffaalee
24 Amaaraa Physics 4 402/005 Amaaraa Acheefer
53 Mohaamme
d Jamaal
Ahmed
24 Amaaraa Geology 3 403/111 Amaaraa Dassee
54 Yohaannis
Araggaa
Amanuu
22 Sidaamaa Statics 2 234 Kibba Hawaasaa
55 Haayilee
Shibashii
Mokonnin
21 Amaara Statics 3 302/315 Amaara Baahirdar
56 Amaanuu
Bantii
21 Oromoo Chemistry 2 402/26 Oromoo Arsii
Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa
Magarsaa
57 Mabraatuu
G/Mikaa’el
G/Madin
22 Tigiraay Chemistry 3 402/018 Tigiraay Aduwaa
58 Xumuroo
Abitoo
Oonchee
22 Kambaataa Geology 3 402/117 U/Kibba Qadiidaa
59 Taakkalaa
Gonee
Fayyee
22 Sidaamaa Geology 4 402/103 U/Kibbaa Angabee
60 Gaaddisaa
Gabbisaa
22 Oromoo Afaan
Oromoo
2 501/20 Oromiya
a
Amboo
61 Guddisaa
Dassaaleny
Amantee
21 Oromoo Biology 3 302/05 Oromiya
a
Naqqamtee
62 Geetanee
Azzanee
Alamuu
21 Amaaraa Nursing 1 401/109 Amaaraa Acheefer
63 Guddee
Waakkannee
Hurrii
23 Oromoo Maths 2 245 Oromiya
a
Jimmaa
Diddaa Kun daran jaabaachaa deemuun mootummaan Wayyaanees ilmaan oromoo addatti funaanuun mana
hidhaatti ukkaamsee jira.Mootummaan wayyaanee ilmaan oromoo
1. Guutamaa Mokonnin Waaqasaa Geology waggaa 2ffaa
2. Qabataa Faxxanaa
3. Geetachoo Galataa Warquu maths waggaa 2ffaa
4. Ramadan Xayib Gadaa biology waggaa 2ffaa
5. Masarat Tafarraa
6. Yaa’iqob Gadaa Dabalee Chemistry waggaa 2ffaa
7. Daani’el Rabboo Waggaa Biology waggaa 1ffaa
Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa
8. Abbabaa Tuujii Caalaa Biology waggaa 2ffaa
9. Abdataa Abdiisaa Dhaabaa Maths waggaa 2ffaa
10. Dingataa Lamuu Maths waggaa 2ffaa
Jedhaman doormii isaanii keessaa fuudhuun bakka buuteen isaanii dhabamee jira.Ilmaan oromoo mana
hidhaatti ukkaamsamanis barattoota dhalootaan Tigiree tahan guyyaa diddaa kanaa qabaman raga gochuuf gadi
gadhiistee jirti.Ilmaan Tigiree basaastummaaf gadi gadhiifaman
1. Addish Gabra maariyaam doormii 402/111
2. Tseggaaw Kasahuun doormii 402/120 waggaa 3ffaa
3. Geetaa Makii caannee doormii 402/005
4. Warquu Amaaraa doormii 402/012 biology waggaa 3ffaa
5. Mulgeetaa Massalee doormii 407/33 geography waggaa 3ffaa
6. Simmany Alamuu New saba 035 Maths waggaa 2ffaa
7. Dajanee Waldee doormii 402/010 Biology waggaa 2ffaa
Naannoo Beenishaangul Gumuz Toongoo keessatti mootummaan wayyanee ilmaan Oromoo WBO nyaachistu,
obaastu jechuun mana hidhaatti ukkaamse( Guraandhala 08-2013)
1. Darajjee Tarrafaa Hojjetaa mootummaa
2. Hasan Suleeyman hojjetaa mootummaa
3. Amsaaluu Dalasaa daldalaa
4. Efreem dargaggoo
Godina Booranaa aanaa Areeroo keessatti mootummaan wayyaanee ilmaan Oromoo maqaa ABOn mana
hidhaatti ukkaamse( Guraandhala 08-2013)
1. Obbo Ramatoo Jiloo
2. Obbo Diittaa Qabatoo fi
3. Galgaloo Waariyoo
Magaala Dirree Dawaa keessatti ilmaan Oromoo keessumaa dargaggootni WBO nyaachistu jedhamuun
hidhamanii mana hidhaa mootummaa wayyaanee Maa’ikelaawwiitti geeffaman( Guraandhala 11-2013)
Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa
1. Obbo Barasaa Dirribii hojjetaa mootummaa./hojjetaa finance/
2. Obbo Huseen Abdulqaadir daldalaa abbaa maatii shanii
3. Obbo Kadir Caalaa hjojjetaa mootummaa abbaa maatii 4
4. Dargaggoo Rattaa Yaadataa barataa koollejjii waggaa 2ffaa
Godina Horroo Guduruu wallaggaa aanaa Jaardagaa Jaartee keessatti dargaggootni Oromoo sirna mootummaa
wayyaanee dura dhaabbattan jedhamuun mana hidhaatti ukkaamsaman.( Guraandhala 23- 2013)
1. Barataa Wandee Margaa Galataa
2. Dargaggoo Dobee Mangistuu Haayiluu
3. Barataa Mokonnon Baqqalaa
4. Barata Kabbadaa Filee
5. Dargaggoo Badhaasaa Taaddasaa Hundarraa
Yuunivarsiitii Finfinnee kiiloo 4 keessatti mootummaan wayyaanee ilmaan Oromoo 12 ariite garii ammo 23
akeekkachiisa dhumaa itti kennite.( Guraandhala 28-2013)
Lakk Maqaa Muummee Waggaa
waggaa
baratu
Bakka
dhalootaa
umrii
1 Araarsaa
Waaqjiraa
Oljirraa
Earth Scince 5 Wallagga
bahaa
Bariisoo
24
2 Malkaamuu
Mulgeetaa
Kaffaalee
Physics 4 Naannoo
Amaaraa
aanaa
Acheefer
25
Barattootni 5 waggaa lamaaf kanneen arii’am yoommuu tahu qabeenya yuunivarsiitii keessaa badeefis tahe
human wayyaanee baheef yoo kaffalan malee barnootatti akka hin deebine jedhaman keessaa
Lakk Maqaa Muummee Waggaa
baratu
Bakka
dhalootaa
Umrii
1 Addis Guddataa
Yaadataa(Dhalaa)
Herrega 3 Booranaa aanaa
Bulee Horaa
23
2 Baqqaluu Siyyum
Tashoomee
Herrega 3 Naannoo
Amaaraa aanaa
Banjaa
22
3 Qajeelaa
Admaasuu
Dheeressaa
Baayolojii 1 Wallagga lixaa
aanaa Ayiraa
22
4 Tamasgeen
Cawwaaqaa
Statistics 3 Horroo
Guduruu aanaa
Horroo
23
5 Taaddalee
Taarrageny
Earth
Science
3 Wallagga bahaa
aanaa Guutee
24
Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa
Barattootni 5 ammoo waggaa 1f barnoota isaanii irraa kan arii’amanii fi qabeenya baheef yoo kaffalan malee
barnootatti akka hin deebine jedhaman
Lakk Maqaa Muummee Waggaa
baratu
Bakka
dhalootaa
Umrii
1 Gammachuu
Dalatoo
Duufoo
Computer
Scince
5 Arsii Asallaa 26
2 Fiqaaduu
Warquu
Chemistry 3 Shawaa lixaa
aanaa Ijaajjii
24
3 Isayyas
Ittaanaa
Anshuu
Earth
Science
1 Wallagga
lixaa aanaa
Mandii
22
4 Abbabaa
Tuujii Caalaa
Biology 2 Shawaa
kibba lixaa
23
5 Gaarii
Toolinaa
Geology 2 Wallagga
bahaa
22
Barattootni 23 ammoo akeekkachiisa dhumaan itti kennamuuf baasii gaaffii mirgaa dhaabuuf mootummaan
wayyaanee baase akka kaffalanii fi qabeenya barbadaa’eef itti akka gaafatamanii fi kaffalan dirqamsiifamanii fi
yoo hin kaffalan tahe kanneen arii’aman
Lakk Maqaa Muummee Waggaa baratu/ttu
1 Dirbabaa Sarbaabaa Geology Waggaa 2ffaa
2 Mulunee
Gammachuu
Geology Waggaa 3ffaa
3 Abdiisaa Balaachoo Civil Engineering Waggaa 3ffaa
4 Abbabaa Caalaa Statistics Waggaa 3ffaa
5 Muunii Shamsuu Geology Waggaa 1ffaa
6 Dassaaleny Eebbisaa Geology Waggaa 2ffaa
7 Gaaddisaa Abarraa Geology Waggaa 2ffaa
8 Efreem Kumalaa Geology Waggaa 2ffaa
9 Fitaalaa Jimaa Geology Waggaa 1ffaa
10 Darajjee Haayiluu Geology Waggaa 2ffaa
11 Meseret Tafarraa Herrega Waggaa 1ffaa
12 Yaaqob Gadaa Chemistry Waggaa 2ffaa
13 Abdataa Abdiisaa Herrega Waggaa 2ffaa
14 Lammaa Amanaa Biology Waggaa 1ffaa
15 Tufaa Hamdaa ICT Waggaa 1ffaa
16 Warqituu Waagii Geology Waggaa 1ffaa
17 Gaaddisaa Taaddasaa Chemistry Waggaa 1ffaa
18 Jammaree Balaay Biology Waggaa 3ffaa
19 Abbabaa Dagafaa Biology Waggaa 3ffaa
20 Malaakuu Girmaa Biology Waggaa 3ffaa
21 Hamid Musxafaa Physics Waggaa 1ffaa
Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa
22 Sanyii Digafee Herrega Waggaa 2ffaa
23 Solomon
Alamaayyoo
Art Waggaa 4ffaaa
Godina Harargee bahaa aanaa Haramaayaa keessatti qotee bultoota Oromoo wayyaaneen isin miseensota ABOti
jechuun hidhe. Kaan qarshii 500n adabe.( Bitootessa 01-2013)
1. Usmaan Abdullaah qotee bulaa Araddaa Gooroo Jiddaa
2. Iskandir Mohaammed reebamee jira
3. Ibroo Abdurhamaan Muummee
Yuunivarsiitii Amboo keessatti mootummaan wayyaanee ilmaan barattoota Oromoo gaaffiin isin gaafachaa
jirtan gaaffii ABOti jechuun barnoota irraa arii’aman.( Bitootessa 01-2013)
1. Barataa Lataa Amantee
2. Barata Gizaw Daadhii
3. Barataa Laggasaa Tamasgeen
4. Barataa Amanuu Waamii
5. Barataa Haayilee Araarsaa
6. Barattuu Dinqee Caalii
7. Barataa Takkaaleny Girrum
8. Barataa Didhaa Gaarii
9. Barataa Haayiluu Dheeressaa
10. Barataa Balaay Ittafaa
11. Barataa Kabbadaa Raggaasaa
12. Barataa Andualem W/Gebreel
13. Barataa Gaaddisaa Tasfaayee
14. Barataa Daani’el Fufaa
15. Barattuu Meskerem Baayisaa
16. Barattuu Baatiree
17. Barattuu Biruktee
18. Barataa Gazzuu
19. Barataa Tsaggaayee
Barattootni Sidaamaa Qeerroo Bilisummaa waliin hidhata qabdu sababaa jedhamuun mana hidhaa mootummaa
Wayyaaneetti ukkaamsaman (Bitootessa 06-2013)
1. Obbo Kaasaa Kaayessoo
2. Obbo Taaffasee Barasoo
3. Obbo Butura Butuna
4. Obbo Assaamineew Dubbaalee
Godina Shawaa lixaa aanaa Ejeree keessatti ilmaan Oromoo isin ABO waliin hidhata qabdu jedhamuun
mana hidhaa wayyaaneetti ukkaamsaman( Bitootessa 29-2013)
Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa
1. Habtaamuu Dachaasaa hojjetaa waajjira babal’ina hojii gamtaa
2. Zalaalam Taarraqeny hojjetaa waajjira babal’ina hojii gamtaa
3. Taarikuu Jimaa waajjira babal’ina hojii gamtaa ganda gabaa Jimaataa
4. Barsiisaa Badhaadhaa Nagaraa barsiisaa mana barumsaa Hinaaftuu
Mootummaan wayyaanee hidhaa Jumlaa eegaluun ilmaan Oromoo mana hidhaa mootummaa wayyaanee lafee
ilmaan Oromoo qoroxxomsaa ture Maa’ikelaawwiitti ukkaamse( Ebla 24_2013)
1. Tesfaayee Lamuu
2. Obbo Dassaalee Alamuu dhimma nageenyaa sabbataa ganda 04
3. Obbo Shaasoo Iddoosaa Buraayyuu irraa
4. Obbo Birraa Margaa
5. Addisuu Karrayyuu/Wallisaa/
6. Barataa Leellisaa Gammachuu yuunivarsiitii Arbaminc irraa
Godina Horroo Guduruu aanaa Abbay Coomman keessatti dargaggootni Oromoo isin Qeerroo nurratti ijaaraa
jirtu jedhamuun mana hidhaatti ukkaamsaman( Caamsaa 20-2013)
1. Tashaalee Addunyaa
2. Abbushee Oljirraa
Koollejjii barsiisota Jimmaa keessaa barattootni oromoo isin ABO waliin hidhata qabdu jedhamuun arii’aman(
Caamsaa 20-2013)
1. Barataa Gammachuu Duuressaa barataa Ingiliffaa waggaa 3ffaa
2. Barataa Zarihun Baashaa barataa fiiziksii waggaa 3ffaa
3. Barataa Aliyyii Ibraahim barataa spoortii waggaa 1ffaa
4. Barataa Muusaa barataa seenaa waggaa 2ffaa
Mana barumsaa Geedoo keessaa barattootni Oromoo isin uummata wayyaanee irratti ijaaraa jirtu jedhamuun
mana hdihaatti ukkaamsaman(Caamsaa 21-2013)
1. Barataa Iyob Mokonnin Barataa kutaa 11ffaa ‘’B’’
2. Barataa Wandimmuu Diriirsaa Barataa kutaa 12ffaa
3. Barataa Baacaa Faajjii Barataa kutaa 12ffaa ‘’A’’
4. Barataa Beekumaa Ajjamaa Barataa kutaa 10ffaa ‘’C’’ dhalootaan Midaaqeny
5. Barataa Shallamee Giddeelloo Barataa kutaa 12ffaa’’A’’
6. Barataa Eeebbisaa Fiixumaa Barataa kutaa 9ffaa’’D’’
Duula hidhaa mootummaan wayyaanee gaggeessu jabaachaa dhufuun Godina Booranaa aanaa Moyaalee
keessaa ilmaan Oromoo maqaa ABOn mana hidhaatti ukkaamsaman( Waxabajjii 08-2013)
1. Dargaggoo Kumsaa Tafarii
2. Damee Raggaasaa
3. Ibraahim Waariyoo
4. Daanyee Geetaachoo
Dargaggoota Oromoo hojii dhabdummaan rakkatan isin akeeka ABO lafa qabsiisuuf hojjettu jechuun mana
hidhaa Maa’ikelaawwiitti ukkaamse( Waxabajjii 13-2013)
1. Efreem Alamaayyoo Oljirraa
2. Galaalchaa Didhaa
Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa
3. Solomon Lammeessaa
4. Iyyaasuu Gammachuu
Godina harargee bahaa keessatti ilmaan Oromoo maqaa ABOn hidhaman (Waxabajjii 24-2013)
Magaala Harar keessaa ilmaan Oromoo
1. Umar Sheik Mohaammed hojiin daldalaa
2. Ifaa Ziyaad Ahmed barataa rift vaalii
3. Abduljabbaar Ahmed barataa rift vaalii
Magaala Awwadaay keessaa
1. Barataa Roobaa Zakkaariyaas kutaa 10 kan xumure
2. Barataa Abdii Huseen TVET Haramaayaa kan baratu
Miseensotni Poolisii Oromoo isin Uummata fayyaduuf malee Wayyaanee tiksaa hin jirtan, duubni keessan
ABOdha jedhamuun hidhaman( Adoolessa 16-2013)
1. Shibbiruu Beenyaa
2. Tasammaa Ittafaa Qixxeessaa
Wayyaaneen waraana isaa keessaa amantamummaa dhabuun ilmaan Oromoo addatti mana hidhaatti ukkaamse(
Adoolessa 31-2013)
1. Tasammaa Tarreessaa ittisa biyyaa keessaa kan hojjetuu fi dhalootaan shawaa lixaa
2. Galataa Mijanaa Poolisii federaalaa dhalootaan Horroo Guduruu
3. Misgaaanuu Olaanaa ittisa biyyaa dhalootaan shawaa bahaa
4. Lammii Balaay dhalootaan Shawaa lixaa kan tahee fi ittisa biyyaa
Mootummaan wayyaanee dargaggoota Sidaamaa Ayyaana Cambalaalaa irratti dhaadannoo dhageessisatan
jechuun mana hidhaatti ukkaamse 40 keessaa(Hagayya07-2013)
1. Dargaggoo Sintaayyoo Lankaamoo
2. Dargaggoo Amaaree Kamisoo
3. Dargaggoo Biraanuu Kifle
4. Dargaggoo Gaarradoo Hoomaa
5. Dargaggoo Dastaa Chucha
6. Dargaggoo Lammisoo Shuuraa
7. Dargaggoo Dassaaleny Alamuu
Ilmaan Oromoo Godina Arsii aanaa Kofalee keessatti Jumlaan mana hidhaatti ukkaamsaman( Hagayya 08-
2013)
Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa
1. Adam Jamaal
2. Leencoo Jiilchaa
3. Habiib Waabee
4. Gaachanoo Tusee
5. Mohaammed Dabal Usee
6. Jamaal/Arshoo Arsii
7. Mohaammed Ida’oo
Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa
8. Amaan Bulii
9. Mohaammed Hasaan
10. Rashiid Burqaa
11. Abbush Ibraahim
12. Maammush Ibraahim
13. Tukee Basoo
Mootummaan wayyaanee ilmaan Oromoo mana hidhaatti ukkaamse irratti murtii dabaa dabarse( hagayya 08-
2013)
Lakk Maqaa Murtii Adaba hafe Ibsa
1 Dachaasaa
Wiirtuu
Waggaa 8
2 Eebbisaa
Raatessaa
Waggaa 8
3 Addaamuu Waggaa 8
4 Daagim
Baqqalaa
Waggaa 3
5 Geetuu
Saaqqataa
Waggaa sadii fi
ji’a sadii
6 Jireenyaa
Dassaaleny
Waggaa sadii fi
ji’a sadii
7 Barsiisaa Waggaa 4
8 Kabbadaa
Boonaa
Bilisa
9 Shaashee Waggaa sadii
10 Alamuu Waggaa sadiii
11 Dirribsaa
Daamxee
Waggaa sadii fi
ji’a sadii
12 Biraanuu Waggaa sadii
13 Darajjee Waggaa sadii
14 Geetaachoo Waggaa sadii
15 Seenaa Mararaa Waggaa sadii fi
ji’a sadii
16 Abdiisaa
Guddataa
Waggaa sadii fi
ji’a sadii
17 Mirreessaa
H/yesuus
Waggaa sadii
18 Damee Zarihuun Waggaa sadii
19 Alamaayyoo
Raggaasaa
Waggaa sadii
20 Abdii Darajjee Waggaa 4
Mootummaan Wayyaanee dargaggoo Oromoo Ifaa Iggazuu rasaasaan wallagga lixaa aanaa Jaarsoo keessatti
ajjeese. Garii ammo mana hidhaatti ukkaamse ( Hagayya14-2013)
Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa
1. Dargaggoo Dassuu Alamaayyoo
2. Dargaggoo Fiqaaduu Tufaa
3. Dargaggoo Wandimmuu Guddaa
4. Dargaggoo Araarsoo Qajeelaa
5. Dargaggoo Gammachiis Bantii
6. Dargaggoo Biqilaa Israa’el
7. Dargaggoo Huseen Mohaammed
8. Dargaggoo Abbayyaa Baayisaa
9. Dargaggoo Tolosaa Alamaayyoo
Mootummaan wayyaanee ilmaan Oromoo waraana wayyaanee keessaa hidhata ABO qabdu jechuun mana
hidhaatti ukkaamse(Hagayya19-2013)
1. Shibbiruu Mul’ataa magaala Finfinnee irraa Poolisii magaala Finfinnee
2. Barasaa Qixxeessaa poolisii magaala Finfinnee
3. Jamaal Muhee poolisii federaalaa irraa
4. Alamuu Taaddasaa poolisii federaalaa magaala Finfinnee
Mootummaan wayyaanee Ingineer Tasfaahun Camadaa mana hidhaa Qaallittii keessatti ajjeesse.( Hagayya 24-
2013)
Magaala Amboo keessatti mootummaan wayyaanee ilmaan Oromoo addatti dargaggoota isin miseensota ABOti
jechuun mana hidhaatti ukkaamse.( Fulbaana20 -2013)
1. Dargaggoo Tasammaa Taaddasaa
2. Dargaggoo Gaaromaa Immiruu
3. Shamarree Katamee Gaarii
Mootummaan wayyaanee ilmaan Oromoo ayyaana irreecha Bishooftuu irratti waaqa isaanii karaa nagaa
kadhachuuf deeman qabuun hiite.( Fulbaana 29-2013)
1. Dargaggoo Tarreessaa Haayiluu Shawaa lixaa magaala Amboo irraa
2. Dargaggoo Fioomsaa Oljirraa Horroo Guduruu irraa
Naannoo Uummattoota Kibbaa keessatti mootummaan wayyaanee ilmaan Sidaamaa gaaffii mirgaa gaafattan
jechuun mana hidhaatti ukkaamse(Onkoloolessa 03-2013)
1. Dargaggoo Alaqaa Dajanuu
2. Dargaggoo Hoomaa Shaaffisoo
3. Qotee bulaa Dimaasoo Shuuraa
Mootummaan wayyaanee ilmaan Oromoo mana hidhaatti ukkaamse garee Tshaalaa Bakkalchaafaa jalatti
kanneen argaman murtii dabaa dabarsuuf mana murtiitti dhiyeesse.(Onkoloolessa 25-2013)
1. Tashaalee Bakkashoo
2. Tarfeessaa Magarsaa Hundee
Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa
3. Alamaayyoo Gaaromsaa
4. Mulaatuu Abdiisaa Goobanaa
5. Lijaalem Taaddasaa Hawwii
6. Hasan Mohaammed Usmaan
7. Addunyaa Lammeessaa Beenyaa
8. Milkeessaa Waaqjiraa Gammadaa
9. Saamsoon Alamuu Qixxeessaa
10. Gammachuu Ammishuu Galgaloo
11. Usmaan Umar
12. Jaarsoo Booruu Raaree
13. Usmaa’el Kaliifaa Muzayyil
14. Guutuu Mul’isaa Gaddafaa
15. Kaffaalee Faxxanaa Gabayyoo
16. Huseen Bariisoo Godaanaa
17. Tolosaa Bachoo Gichoo
18. Kaanuu Gunos Damissee
19. Ittaanaa Sambataa Tuuchoo
20. Abarraa Biqilaa Tolosaa
21. Hirphaa Duubee Deekam
22. Soorsaa Dabalaa Galaalchaa
23. Asfaaw Hangaasoo Baatii
24. Mohaammed Saalim Waaqoo
25. Bashir Daadhii Tulluu
26. Hasan Amaan Saggee
27. Muktaar Usmaan Harbee
28. Alamaayyoo Tolosaa Liiban
29. Tashaalaa Iddoosaa Dirribaa
30. Boontuu Wadaay Buuraa
31. Bulchaa Sooressaa Guyyee
32. Mazgabuu Dabalaa Waaqjiraa
Mootummaan wayyaanee diddaa itti jabaate dura dhaabbachuuf ilmaan Oromoo mana hidhaatti ukkaamse.
Godina Booranaa aanaa Moyaalee keessaas ABO waliin hidhata qabdu jechuun mana hidhaatti ukkaamse.(
Sadaasa 9-2013)
1. Dargaggoo Tashoomaa Guutaa
2. Obbo Lammii Urgeessaa
3. Dargaggoo Ibraahim Huseen( Moyaalee kan qabame)
4. Dargaggoo Alaaminaa Geetaachoo
Injifannoo Uummata Oromoof!!
Gadaan Gadaa Bilisummaati!!
Qeerroo Bilisummaa
Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa
Sadaasa 10, 2013 Finfinnee Oromiya